Abdii ifaa ummata Itiyoophiyaa milkeessuuf marii akkaan murteessadha – Oliseeguu Obaasaanjoo
Finfinnee, Adoolessa 8, 2018 (FMC) –Pireezidaantiin duraanii Naayijeeriyaa fi ergamaan Addaa Gamtaa Afrikaa Chiif Oliseeguu Obaasaanjoon sirna baniinsa yaa’ii Maree Biyyaalessa…