Milkaa’ina yaa’ii marii biyyaalessaaf qophiin xumurameera- Komishinicha
Finfinnee, Adoolessa 7, 2018( FMC)- Milkaa’ina yaa’ii marii biyyaalessaa guyyaa boruu eegaluuf qophii gahaan taasifameera jedhan Komishinarri Olaanaan Komishinii Marii Biyyaalessaa…