Ashaaraan Magariisaa Innisheetiivii Biyyaaleessaa Bu’aawwan Hedduun Guutameedha – Obbo Addisuu…
Finfinnee, Adoolessa 27, 2018 (FMC) - Sagantaan Ashaaraa Magariisaa bu’aawwan hedduun guutamee raawwatamaa kan jiru innisheetiivii biyyaaleessaa guddaadha jedhan Ministirri Qonnaa Obbo…