Oduu biyya keessaa Aadaa Boonsaa Itiyoophiyaanotaa Ayana Dheressa Aug 29, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaanonni waggoota dheeraaf yeroo rakkinaafi bal’inaatti wal cinaa dhaabbachuun beekamu. Aadaan walgargaarsaa Itiyoophiyaanotaaf haaraa miti.…
Oduu biyya keessaa “Rakkoolee Afrikaaf furmaata Afrikaanotaa” jabaatee itti fufe Yonatan Birhanu Aug 29, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2018 (FMC) — Rippabiliika Dimookiraatawaa Koongoon rakkoolee nageenyaa fi tasgabbii biyyattii keessatti mul’atan furuu irratti xiyyeeffachuun, marii biyyaalessaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan biyya guddoo akkuma Hidha Haaromsaa, milkeessuu dandeessuu dha – Ustaaz Jamaal Bashir Yonatan Birhanu Aug 28, 2026 0 Finfinnee; Hagayya 22, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan akkuma Hidha Guddicha Haaromsaa, gaaffii buufata galaanaa ishees karaa bu’a qabeessa ta’een milkeessuu kan dandeessu biyya guddoo ta’uu…
Oduu biyya keessaa Daldala Afrikaa Daangaa ce’u saffisiisuuf… Yonatan Birhanu Aug 28, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2018 (FMC) — Walitti hidhamiinsa dinagdee Afrikaa saffisiisuuf, tarkaanfii qabatamaa hojimaatawwan naannawa daangaa biyyootaa Afrikaa fudhachuu barbaachisaa jedhe…
Oduu biyya keessaa Sanyiiwwan qamadii oomisha olaanaa kennan qonnaan bultootaaf dhiyaachaa jiru – Giddugalicha Yonatan Birhanu Aug 28, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2018(FMC) - Giddu galli qorannoo qonna Qulumsaa gosoota sanyii qamadii oomisha olaanaa kennan qonnaan bultootaaf dhiyeessuun fayyadamummaa qonnaan bultootaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Taayilaand tumsa gamlamee cimsuuf waliigalan Yonatan Birhanu Aug 28, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2018 (FMC) — Itiyoophiyaa fi Taayilaand tumsa biyyoota lamaanii caalaatti cimsuuf waliigaltee mallatteessaniiru. Itti-aanaan Ministira Muummee fi Ministirri Dhimma…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen Ministira Muummee Itti aanaa Taayilaand waliin mari’atan Ayana Dheressa Aug 28, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2018 (FMC)- Pireezidaantiin RDFI Taayyee Atsiqasillaaseen Ministira Muummee Itti aanaafi Ministira Dhimma Alaa Taayilaand Siihaasaak Fuuwaangikeetkiyaawu waliin…
Biiznasii Baankichi dhaabbilee daddabarsa maallaqaa eeyyama hin qabnee fi tajaajila hawalaa seeraan alaa… Ayana Dheressa Aug 28, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2018 (FMC)- Baankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa dhaabbilee daddabarsa maallaqaa eeyyama hin qabnee fi tajaajila hawalaa seeraan alaa raawwatan ifoomseera. Baankichi…
Ispoortii Kiristaal Paalaas Vs Maanchistar Siitii Ayana Dheressa Aug 28, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2018 (FMC) –Tapha Piriimer Liigii Ingilaand torbee 2ffaan har’a galgala Kiristaal Paalaas fi Maanchistar Siitiin ni taphatu. Taphichi galgala sa’aatii 4:00 irraa…
Biiznasii Korpooreeshiniin Manneen Federaalaa galii Birrii Biiliyoona 12.5 argate Tsehay Guluma Aug 28, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2018 (FMC)- Korpooreeshiniin Manneen Federaalaa galii Birrii Biiliyoona 12.5 argachuu ibse. Invastimanti Hooldingiin Itiyoophiyaa karoora raawwii bara 2018…