Oduu biyya keessaa Mawuliidaa fi Miidhagina Waloo Ayana Dheressa Aug 25, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan biyya amantiiwwan garaagaraa fi aadaalee gaggaarii hedduu qabdudha. Akkasumas biyya walqixxummaan dhala namaa fi obbolummaan qabatamaan…
Teeknooloojii Imala Dijitaala Itiyoophiyaa… Ayana Dheressa Aug 25, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2018 (FMC)- Bara odeeffannoon saffisa olaanaadhaan babal’achaa jiruu fi addunyaan teeknooloojiin ganda tokko fakkaachaa jirtu kana keessatti, saffisni fi qophummaan…
Fayyaa Invastimantii Itiyoophiyaan damee fayyaa irratti taasiftuun miiliyoononni fayyadamoo ta’aniiru-… Ayana Dheressa Aug 25, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2018(FMC)- Invastimantii Itiyoophiyaan tajaajila damee fayyaa irratti taasiftuun miiliyoononni fayyadamoo ta’aniiru jedhan Pireezidaantiin RDFI Taayyee…
Oduu biyya keessaa Fooyya’iinsa oomishaafi oomishtummaa qonnaa guddise… Ayana Dheressa Aug 25, 2026 0 Mootummaan Ida’amuu diinagdee biyyattii bu’uurarraa jijjiiruun guddinaafi badhaadhina mirkaneessuuf fooyya’iinsa diinagdee gooroo taasise. Fooyya’iinsi diinagdee irratti taasifame kun…
Fayyaa Itiyoophiyaatti uwwisni tajaajila fayyaa dabaleera- Dooktar Maqdas Dhaabaa Ayana Dheressa Aug 25, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2018(FMC)- Itiyoophiyaatti uwwisni tajaajila fayyaa dabaleera jedhan Ministirri Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan. Yaa’iin Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Naannawaa Afrikaa…
Fayyaa Yaa’iin Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Naannawaa Afrikaa 76ffaan Finfinneetti gaggeeffamuu eegale Ayana Dheressa Aug 25, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2018 (FMC)- Yaa’iin Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Naannawaa Afrikaa 76ffaan Finfinnee Yaadannoo Injifannoo Adwaatti gaggeeffamuu eegaleera. Sirna baniinsa…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Mawuliidaa Finfinnee Masjiida Anuwaarritti kabajamaa jira Ayana Dheressa Aug 25, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2019(FMC)- Ayyaanni Mawuliidaa kumni 1 fi 501ffaan Finfinnee Masjiida Anuwaarritti kabajamaa jira. Ayyaanichi sirnoota garaagaraan kabajamaati kan jiru. Dabalaa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen Ayyaana Mawuliidaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii… Ayana Dheressa Aug 25, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2018(FMC)- Pireezidaantiin RDFI Taayyee Atsiqasillaaseen hordoftoota amantaa Islaamaa maraan baga Ayyaana Mawuliidaa nagaan geessan jedhaniiru. Pireezidaanti…
Ispoortii Cheelsiin Fulhaam injifate Yonatan Birhanu Aug 25, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2018 (FMC) — Liigii Piriimarii Ingilaandi torban jalqabaa irratti, Cheelsiin Fulhaam 3–2n mo’achuun bara haaraa injifannoon jalqabeera. Goolota Cheelsiif Joo Pedro,…
Oduu biyya keessaa Barattoota akka biyyaatti qabxii olaanaa galmeessan lamaan.. Tsehay Guluma Aug 24, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2018 (FMC)- Jaalal Girmaa Barataa Mana Barumsaa Bultii Addaa WMO irraa qormaata biyyaalessa kutaa 12ffaa bara 2018 qabxii olaanaa 591.6 fidedha. Jaalal Girmaa Damee…