Oduu biyya keessaa Guyyaa hawwii guddaan eegamtu…. Sifen Megersa Sep 11, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2019 (FMC) –Baatiiwwan waqtii gannaa firaafi aanteen dhihoofi fagoo jiru dhimmoota garaagaraan ko’oommatee walirraa fagaata. Kaan hojii qonnaan, kaan sadarkaa…
Oduu biyya keessaa Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Sep 11, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2019 (FMC) - Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon ayyaana bara haaraa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Itiyoophiyaanota hundaan baga ayyaana…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad ayyaana bara haaraa sababeeffachuun maaddii qoodan Sifen Megersa Sep 11, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2019 (FMC) -Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon ayyaana haaraa sababeeffachuun maaddii qoodaniiru. Duudhaan gaariin…
Uncategorized Bara haaraa 2019 Yonatan Birhanu Sep 11, 2026 0 Baga Nagaan Isin Ga'e! Bara nagaa, gammachuu fi milkii isiniif haa ta'u! #Oromia #Ethiopia
Oduu biyya keessaa Kantibaa Adaanach ayyaana bara haaraa sababeeffachuuun ergaa baga geessanii dabarsan Yonatan Birhanu Sep 11, 2026 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2018(FMC) - Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee, Ayyaanni Bara Haaraa caalaatti ayyaana abdii ifaa, waliin jireenyaa, nagaa fi araaraa akkasumas wanti hundi…
Oduu biyya keessaa Kaawunsiliin Mana Amantaa Kiristaanaa Amantoota Wangeelaa ergaa baga ittiin isin gahee dabarse Tsehay Guluma Sep 10, 2026 0 Finfinnee, Qaammee 5,2018 (FMC)- Pireezidaantiin Kaawunsilii Mana Amantaa Kiristaanaa Amantoota Wangeelaa lubni Darajjee Jambaruu baga bara haaraa 2019 geessan jedhaniiru.…
Oduu biyya keessaa Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Aganyawu Tashaagar ergaa baga geessanii dabarsan Tsehay Guluma Sep 10, 2026 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2018 (FMC)- Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Aganyawu Tashaagar bara haaraa 2019 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Obbo Aganyawu ergaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana bara haaraa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan Yonatan Birhanu Sep 10, 2026 0 Finfinnee, Qaammee, 5, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana bara haaraa 2019 sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru. Ministirri Muummee…
Oduu biyya keessaa Sirreeffamtoonni seeraa 600 gadi lakkifamuun maatii isaaniitti makaman Yonatan Birhanu Sep 10, 2026 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2018 (FMC) – Obbo Kiristiyaan Taaddalaa dabalatee sirreeffamtoonni seeraa 600 gadhiifamanii maatii isaaniitti makamaniiru. Adeemsi sirreeffamtoota seeraa gadi…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen Ayyaana bara haaraa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin… Yonatan Birhanu Sep 10, 2026 0 Finfinnee, Qaammee, 5, 2018 (FMC)- Pireezidaantiin RDFI Taayyee Atsiqasillaaseen Ayyaana bara haaraa 2019 sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru. Barri haaraan bara…