Oduu biyya keessaa Inisheetivii misooma Ruuzii Itiyoophiyaatti Sifen Megersa Oct 21, 2026 0 Finfinnee, Onkolooleessa 11, 2019 (FMC) – Ruuziin midhaan nyaataa addunyaa irratti baay’inaan oomishamu, nageenya nyaataa mirkaneessuu, galii qonnaan bultootaa guddisuu fi carraa hojii uumuu…
Oduu biyya keessaa Odeeffannoo fi xinxaalli sirriin misooma waaraaf murteessadha – Pir. Taayyee Atsiqasillaasee Sifen Megersa Oct 21, 2026 0 Finfinnee, Onkolooleessa 11, 2019 (FMC) – Odeeffannoo fi xinxaalli sirriin misooma hammataa, waaraafi amansiisaaf murteessadha jedhan Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen. Komishiniin…
Oduu biyya keessaa Guddummaa keenya addunyaatti agarsiisuu qabna- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Oct 21, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2019 (FMC)- Nuti uummata guddaadha; guddummaa keenya addunyaatti agarsiisuu qabna jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Komishinichi mul’ata misoomaa Itiyoophiyaa milkeessuuf qooda olaanaa qaba- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Oct 21, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2019 (FMC) — Komishiniin Anniisaa Niwukilaraa Itiyoophiyaa mul'ata misoomaa biyyattii milkeessuuf qooda olaanaa qaba jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimad:- Ayana Dheressa Oct 21, 2026 0 Komiishinii Humna Niwukileeraa Itoophiyaa daawwadheera. Dhaabbanni kun mul'ata misoomaa Itoophiyaa yeroo dheeraaf faayidaa tarsiimowaa olaanaa qaba. Itoophiyaan humnashee…
Oduu biyya keessaa Ibsi Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Kennan Eenyummaa Garee Seeraan Alaa ABUT Kan Saaxileedha… Yonatan Birhanu Oct 21, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 10, 2019 (FMC) - Ibsi Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad kennan eenyummaa garee seeraan alaa ABUT kan saaxile ta’uu jiraattonni Magaalaa Maqalee ibsan.…
Oduu biyya keessaa Hariiroo Itiyoophiyaa fi Keeniyaa Nageenyaa fi Misooma Naannawichaa Cimsuuf Gahee Olaanaa Qabu Yonatan Birhanu Oct 21, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 10, 2019 (FMC) — Itiyoophiyaa fi Keeniyaan biyyoota ollaa hariiroo seenaa, siyaasaa fi dinagdee yeroo dheeraa qabaniidha. Hariiroon tarsiimawaa waliigalaa…
Oduu biyya keessaa Michummaa fi Ollummaa Dippiloomaasiin dagaage Tsehay Guluma Oct 20, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2019 (FMC)- Hariiroon Itiyoophiyaa fi Keeniyaa gidduu jiru hariiroo biyyoota ollaa, michooma dippiloomaasii, tumsa nageenyaa fi walitti hidhamiinsa dIinagdee…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Keeniyaatti biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaaban Sifen Megersa Oct 20, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2019 (FMC) – Keeniyaatti kabaja guyyaa yaadannoo gootootarratti hirmaatan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad masaraa Mootummaa Eeldooreetti biqiltuu…
Oduu biyya keessaa Boqonnaa Haaraa Imala Badhaadhinaa Ummata Tigraayiif Yonatan Birhanu Oct 20, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 10, 2019 (FMC) - Yeroo ammaa ummanni Tigraay hariiroo cimaa ummatoota obboloota isaa Itiyoophiyaa biroo waliin qabu cimsatee itti fufuun, nageenya, olaantummaa seeraa…