Fayyaa Faayidaa Paappayaan fayyaa fi qaama namaaf qabu Sifen Megersa Oct 19, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2019 (FMC) – Paappayaan Kuduraalee Itiyoophiyaatti baay’inaan oomishamanii fi bakka hundatti argaman keessaa isa tokkoodha. Keessattuu yeroo ammaa akka…
Ispoortii Itiyoophiyaan Waancaa Afrikaa darbuuf har’a Ruwaandaa waliin falmatti Sifen Megersa Oct 19, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2019 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa umurii waggaa 17 gadi, gulaallii xumuraa Waancaa Afrikaa Zoonii Seekaafaaf har’a gita isaa Ruwaandaa…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Itiyoophiyaa Sa’uudiitti Haala Rakkisaa Keessa Turan 1,447 Gara Biyyaatti Deebi’an Yonatan Birhanu Oct 19, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 9, 2019 (FMC) - Lammiileen Itiyoophiyaa Sa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa irra turan kumni 1 fi 447 gara biyyaatti deebifamaniiru. Lammiilee deebi’an keessaa…
Oduu biyya keessaa Daandii Milkaa’ina Mul’ata Guddinaa Itiyoohiyaa Yonatan Birhanu Oct 19, 2026 0 Finfinnee , Onkoloolessa 8, 2019(FMC) - Biyyi kamuu misooma fedha, guddina abbala. Yaadamni guddinaa, mul’anni misoomaa kan dhugoomu, lafa ga'ee bu'aa qabatamaa jireenya lammiilee irratti…
Teeknooloojii Tarsiimoo Dijitaala Itiyoophiyaa 2030 – Nageenya Saayibarii Cimaaf Yonatan Birhanu Oct 18, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 8, 2019 (FMC) — Utubaawwan bu'uura dinagdee Itiyoophiyaa Mootummaa Ida’amuun hojiirra oolan keessaa tokko Teeknooloojii Odeeffannoo ti. Kana malees, hojiiwwan…
Ispoortii Maanchisteer Yuunaayitiidi fi Liidsi Yuunaayitiidi qixa bahan Tsehay Guluma Oct 18, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 8, 2019 (FMC)- Tapha Pirimeer Liigii Ingilaandi torbee 7ffaan Liidsi Yuunayitiidii fi Maanchisteer Yuunaayitiidi galchii 1fi 1 qixa adda bahaniiru. Tapha biroon…
Ispoortii Maaraatoonii Amisteerdaam irratti Atileettonni Itiyoophiyaa koorniyaa lameenuu injifatan Tsehay Guluma Oct 18, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 8, 2019 (FMC) - Maaraatoonii TCS Amisteerdaam 2026 irratti atileettonni Itiyoophiyaa koorniyaa lameenuu injifataniiru. Dhiirootaan Atileet Lammii Birhaanuu…
Oduu biyya keessaa Jiruufi jireenya jiraattotaa fooyyessuuf cichoominaan hojjechaa jirra- Kantiibaa Adaanech Abeebee Tsehay Guluma Oct 18, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 8, 2019 (FMC)- Jiruufi jireenya jiraattota Magaalichaa fooyyessuuf cichoominaan hojjechaa jirra jedhan Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech…
Oduu biyya keessaa Tilmaama Guddina Dinagdee Itiyoophiyaa Kan IMF’n wal sime Yonatan Birhanu Oct 18, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 8, 2019 (FMC) — Tilmaamni guddina dinagdee Itiyoophiyaa Mootummaan biyyattii bara baajataa 2019’tti dhibbeentaa 10.2 akka guddatu kaa’e, tilmaama Dhaabbata Maallaqaa…
Oduu biyya keessaa Ulaa Galaanaa: Mul’ata Naannawicha Giddugala Badhaadhinaatti Jijjiiruu Yonatan Birhanu Oct 18, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 8, 2019 (FMC) — Mootummaa Ida’amuu gaaffii haqaa ulaa galaanaa karaa nagaa, marii dippilomaasii, bu’uura seeraa fi qajeeltoo faayidaa waloo irratti hundaa’een…