Taammiraat Toolaa fi Anchiinaaluu Dassee Maaratoonii Beejingi Injifatan
Finfinnee, Onkoloolessa 8, 2019 (FMC) — Dorgommii maaratoonii Beejingi hawwiin eegamaa ture, atileetoti Itiyoophiyaa ramaddii dhiiraa fi dubartootaan injifatan.
Dorgommii ramaddii…