Ispoortii Maanchisteer Yuunaayitiid Tootinhaam Hootispaar waliin Tsehay Guluma Oct 10, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2019 (FMC) – Sagantaa taphoota Pirimeer liigii Ingilaandi torbee 6ffaan har'a taphoonni jaha ni taphatamu. Galgala Sa’aatii 1:30 irratti Maanchister Yuunaayitiid…
Oduu biyya keessaa Obbo Geetaachoo Raddaan Gorsaa Dhimmoota Baha Afrikaa Ministira Muummee ta’uun muudaman Tsehay Guluma Oct 10, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 30,2019 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad, Obbo Geetaachoo Raddaa Fulbaana 30,2019 irraa eegalee Gorsaa Dhimmoota Baha Afrikaa Ministira Muummee gochuun…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Hindii Dooktar Suubraahimaaniyaa Jaayishaankaar waliin… Ayana Dheressa Oct 9, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2019(FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Hindii Dooktar Suubraahimaaniyaa Jaayishaankaar waliin mari’ataniiru. …
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad muudama garaagaraa kennan Ayana Dheressa Oct 9, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2019(FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad muudama garaagaraa kennaniiru. Haaluma Kanaan:- 1. Diyaaqon Daani’eel Kibrat- Waajjira Ministira…
Oduu biyya keessaa Hidhamtoonni dhiifamaafi himanni isaanii adda cituun gadi lakkifamuun eegumsa mirga namoomaa cimsuuf… Ayana Dheressa Oct 9, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2019(FMC)- Hidhamtoonni dhiifamaafi himanni isaanii adda cituun gadi lakkifamuun eegumsa mirga namoomaa cimsuuf tarkaanfii murteessaadha jedhe Komishiniin Mirgoota…
Idil Addunyaa Komishinarri Olaantuun duraanii Komishinii Mirgoota Namoomaa Mootummoota Gamtoomanii Naavii Piileey… Ayana Dheressa Oct 9, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2019(FMC)- Komishinarri Olaantuun duraanii Komishinii Mirgoota Namoomaa Mootummoota Gamtoomanii Naavii Piileey badhaasa noobeelii nageenyaa bara 2026 injifataniiru.…
Oduu biyya keessaa Injifannoon Adwaa kan Itiyoophiyaa qofa osoo hin taane seenaa Ummattoota Addunyaa gara Kibbaati –… Sifen Megersa Oct 9, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2019 (FMC) – Injifannoon Adwaa kan Itiyoophiyaa qofa osoo hin taane seenaa Ummattoota Afrikaa fi Addunyaa gara Kibbaati jedhan Ministirri Alaa Hindii Dooktar…
Oduu biyya keessaa Fiigicha Akkanumaanii Garee Seeraan Alaa ABUT Yonatan Birhanu Oct 9, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2019(FMC) - Seenaa Itiyoophiyaa birmaddummaan biyyaalessaa fi kabajni ummataa waan hundaa caalaa iddoo olaanaa qaban keessatti, gareewwan seenaa keessatti tuqaa…
Teeknooloojii Sanyiiwwan bunaa oomisha olaanaa kennanii fi qilleensa naannoo dandamatan qonnaan bultootaaf… Sifen Megersa Oct 9, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2019(FMC) - Giddugalli Qorannoo Qonnaa Jimmaa, sanyiiwwan bunaa omishitummaa olaanaa qabanii fi qilleensa naannoo dandamatan qorannodhan argate qonnaan bultootaaf…
Ispoortii Taphootni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2019 har’a eegala Sifen Megersa Oct 9, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2019 (FMC) – Taphootni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2019 har’a kan eegalu yoo ta’u, taphni Itiyoo Elektiriik Adaamaa waliin taasisu ni eegama. Taphootni…