Oduu biyya keessaa Jiraachuufi Sarara birmadummaa biyyaa … Sifen Megersa Oct 2, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2019 (FMC) – Murtoon mootummaan kaleessa fedhate jiraachuu biyyaa fi sara diimaa birmadummaa Itiyoophiyaa ifatti kan mul’ise taatee seenaati. Itiyoophiyaan…
Oduu biyya keessaa Irreechi Ayyaana Eebbaa fi arjummaa Uumaan itti galateeffatamu fi kakuun uumaa wajjin itti… Yonatan Birhanu Oct 2, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2019 (FMC) – Kantiibaan magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee “Baga Ayyaana Irreechaa bara 2019 tin Nagaan isin gahe!” jechuun ergaa dabarsaniiru. Aadde Adaanechi…
Oduu biyya keessaa Irreechi ayyaana galateeffannaa qofa osoo hintaane riqicha namaafi Uumaa, namaafi umamaati – Pir.… Sifen Megersa Oct 2, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2019 (FMC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan Ayyaana Irreechaa bara kanaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Daandiiwwan Ayyaana Irreechaa Hora Harsadeef cufaman ifooman Yonatan Birhanu Oct 2, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2019 (FMC) - Komiishiniin Poolisii Oromiyaa Ayaana Irreechaa Dilbata dhufu Bishooftuu Hora Harsadeetti kabajamu sababeeffachuun daandiiwwan cufamanii fi konkolaattota…
Oduu biyya keessaa Irreechaan duudhaa waloo ijaarsaa fi tokkummaa biyyaalessaa cimsuudha – Kantiibaa Adaanech Abeebee Sifen Megersa Oct 2, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2019 (FMC) – Fooramiin Irreechaa 8ffaan mata duree “Irreechaa: Waliigaltee Biyyaalessaaf” jedhuun Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Fooramicharratti argamuun ergaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Ashaadilii Hasan Pireezidaantii naannoo Beenishaanguul Gumuz ta’uun moggaafaman Sifen Megersa Oct 2, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2019 (FMC) – Manni Maree Naannoo Beenishaanguul Gumuz yaa’ii gaggeess jiruun Obbo Ashaadilii Hasan Pireezidaantii naannichaa taasisuun moggaasera. Obbo Ashaadiliin…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Irreechaa Guddichaan baga nagaan isin ga’e – Obbo Tamasgeen Xurunaa Yonatan Birhanu Oct 2, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2019(FMC) – Ministirri Muummee Ittaanaan Obbo Tamsgeen Xurunaa ayyaana Ireechaa guddicha ilaalchisuun ergaa baga ittiin isin ga’ee dabarsaniiru. Obbo Tamsgeen…
Oduu biyya keessaa Obbo Kadir Juhaar Ittaanaa Kantiibaa Magaalaa Dirre Dhawaa ta’uun moggaafaman Sifen Megersa Oct 2, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2019 (FMC) – Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Dirre Dhawa yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 4ffaa gaggeessaa jiruun obbo Kadir Juhaar Ittaanaa Kantiibaa…
Oduu biyya keessaa Oromummaan akka deebi’ee hin cabnetti ijaaramaa jira – Pir.Shimallis Abdiisaa Sifen Megersa Oct 2, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2019 (FMC) – Fooramiin Irreechaa Marsaa 8ffaa Magaalaa Finfinnee Hoteela Sharaatanitti gaggeeffamaa jira. Fooramiichi mata duree ''Irreechaa Waliigaltee…
Oduu biyya keessaa Irreechi Nagaadha! Gadaan Qaroomina! Qaroominni Itiyoophiyaa kan hin oolleedha! – Dooktar Abiy… Sifen Megersa Oct 2, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2019 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Irreechaa bara 2019 ilaalchisee ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Irreechi Nagaadha! Gadaan…