Naannichatti buufataalee boba’aa seeraan alaa gurguran irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Bitootessa 15, 2018 (FMC) – Naannoo Harariitti buufataalee boba’aa seeraan alaa gurguraa turan irratti tarkaanfiin fudhatameera.
Naannichatti buufataalee boba’aa lama taariifa…