Maanchister Siitii moo Arsienaal? Tapha Xumuraa Hawwiin Eegamu
Finfinnee, Bitootessa 13, 2018 (FMC) – Taphni xumuraa Waancaa Kaaraabaa'oo Ingilaand galgala har’aa Istaadiyeemii Weembileetti Maanchister Siitii fi Arsinaal gidduutti ni taphatama.…