Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Magaalaa Miizaan Amaan galan Sifen Megersa Jan 17, 2026 0 Finfinnee, Amajii 9, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Magaalaa Miizaan Amaan galaniiru. Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Buufaxa…
Ispoortii Darbii Maanchiister 198ffaa… Sifen Megersa Jan 17, 2026 0 Finfinnee, Amajii 9, 2018 (FMC) - Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 22ffaan har'a morkiin Maanchuriyaal darbiin198ffaan akkaan eegama. Maayikiil Kaariik erga Maanchiister…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Cuuphaa fi tapha Gugsii/Garmaama Fardaa Sifen Megersa Jan 17, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2018 (FMC) – Fardi mallattoo gootummaa, miidhaginaa fi ayyaantummaati jedhu hayyoonnii fi jiraattoonni. Akaakuu tapha aadaa keessaa tokko gugsii fardaati. Fardi…
Oduu biyya keessaa Ijaarsa dhaabbileerratti xiyyeeffannoo olaanaan hojjetameera – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Jan 16, 2026 0 Finfinnee, Amajii 8, 2018 (FMC) - Konfiraansii''Guddina Faayinaansii Itiyoophiyaatti" jedhurratti Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad yaadaa fi gaaffii ka'aniif deebii kennaniiru.…
Oduu biyya keessaa Balaa konkolaataa muudateen lubbuun namoota 15 darbe Sifen Megersa Jan 16, 2026 0 Finfinnee, Amajii 8, 2018 (FMC) - Godina Shawaa Kaabaa Magalaa Caancootti Balaa Konkolataa mudateen lubbuun namoota 15 darbe. Har'a waaree booda naannawaa sa'aatii 9:00 Konkolaataan…
Waajabila Faanaa Jaalala maatii Ayyaana Cuuphaan daraaree waggoota 34 lakkoofsiseef… Sifen Megersa Jan 16, 2026 0 Finfinnee, Amajii 8, 2018 (FMC) - Dhaloonni walharkaa fuudhuun dirreetti kabajuu erga jalqabee waggoota 530 kan lakkoofsise, taatewwan Amantaan cinaatti sonawwan aadaa hedduun kan faayame…
Oduu biyya keessaa Du’aan boqochuu Artiisti Natsaannat Warqinaa hordofee Dooktar Abiy ergaa gaddaa dabarsan Sifen Megersa Jan 16, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2018 (FMC) – Du’aan boqochuu Artiisti Natsaannat Warqinaa hordofee Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ergaa gaddaa dabarsaniiru. Artiistii gameessi…
Oduu biyya keessaa Kaabineen magaalichaa murtoowwan garaagaraa dabarse Sifen Megersa Jan 16, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2018 (FMC) – Kaabineen bulchiinsa Magaalaa Finfinnee walga’ii idilee 7ffaa bara hojii 5ffaa gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoowwan adda addaa…
Oduu biyya keessaa Artiist Natsaannat Warqinaan boqote Sifen Megersa Jan 16, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2018 (FMC) – Artiist Natsaannat Warqinaan dhibee tasaa isa mudateen addunyaa kanaraa du’aan boqote. Sagantaa tapha maatii("Yebeeteseb Caawataa") jedhuun miidiyaalee…
Ispoortii Shaggar 0 – 0 Faasiil Sifen Megersa Jan 16, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 15ffaa har’a taphatameen morkiin Kilaba bulchiinsa Magaalaa Shaggarii fi Faasiil gidduutti gaggeeffame…