Ispoortii Nageellee Arsiin Midira Gannat Shiree injifate Sifen Megersa Jan 8, 2026 0 Finfinnee, Mudde 30, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 14ffaan Nageellee Arsiin Midira Gannat Shiree injifateera. Kabbee Buzunaan galchii daqiiqaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Chaayinaa waliin mari’atan Ayana Dheressa Jan 8, 2026 0 Finfinnee, Mudde 30, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Chaayinaa Waangi Yii waliin mari’ataniiru. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ministira Dhimma Alaa Chaayinaa simatan Tsehay Guluma Jan 8, 2026 0 Finfinnee, Mudde 30, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Chaayinaa Waangi Yiin simataniiru. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Bulchinsa magaalaa Asallaa fi naannawa isheetti ciccituun humna Elektirika hawaasa komachiise Sifen Megersa Jan 8, 2026 0 Finfinnee, Mudde 30, 2018 (FMC) - Ciccituun humna elektirikii bulchiinsa magaalaa Asallaa waggoota lakkoofsise furmaata malee itti fufuun kutaalee hawaasa komachiiseera.…
Oduu biyya keessaa Gaafa carra argannee ummata bulchinu, ummaticha rakkisuu fi malaammaltummaan boochisuufii miti –… Sifen Megersa Jan 8, 2026 0 Finfinnee, Mudde 30, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad gaafa carra argannee ummata kana bulchinu lafa ummataa gurguruu, ummata rakkisuufi malaammaltummaan boochiisuufi…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni qillee Itiyoophiyaa dabalatee biyyoota garaagaraatti kabajame Ayana Dheressa Jan 8, 2026 0 Finfinnee, Mudde 30, 2018 (FMC) – Ayyaanni qillee Itiyoophiyaa dabalatee biyyoota addunyaa garaagaraatti taateewwan adda addaan guyyaa kaleessaa kabajameera. Biyyoonni Addunyaa…
Biiznasii Nagaheen gurgurtaa harkaa harkaattii koodii addaa hin qabne boruu eegalee hojiirra hin oolu –… Sifen Megersa Jan 8, 2026 0 Finfinnee, Mudde 30, 2018 (FMC) – Nagaheen gurgurtaa harkaa harkaattii koodii addaa hin qabne boruu eegalee hojiirra hin oolu jedhe Ministeerri Galiiwwanii. Ministeerichi yakka waliin…
Oduu biyya keessaa Barnoonni idileen duraa humna namaa egeree cimsa- Waajjiricha Ayana Dheressa Jan 8, 2026 0 Finfinnee, Mudde 30, 2018 (FMC) – Barnoonni idileen duraa humna namaa egeree cimsa jedhe Waajjirri Ministira Muummee. Daa’imman barnootaa fi jireenya isaaniin akka milkaa’aniif ogummaafi…
Ispoortii Piriimeer Liigii Ingiliziin taphni har’a Arsenaal Liiverpuul keessummeessu akkaan eegama Sifen Megersa Jan 8, 2026 0 Finfinnee, Mudde 30, 2018 (FMC) – Sagantaa xumuraa taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 21ffaan taphni har’a Arsenaal Liiverpuul keessummeessu akkaan eegama. Arsenaal garaagarummaa…
Oduu biyya keessaa Finfinneen magaalaa jiraattoota ishee kunuunsitu ni taati – kantiibaa Adaanech Abeebee Yonatan Birhanu Jan 7, 2026 0 Finfinnee, Mudde 29, 2018 (FMC) - Finfinneen magaalaa jiraattoota ishee kunuunsitu ni taati jedhan kantiibaan magaalattii Adaanech Abeebee. Kantiibaa Adaanechi Ayyaana Qillee…