Dhaabbileen hundi gara Tajaajila Giddugala Tokkoo Masob akka seenaniif hojjetamaa jira- Alamtsahaay…
Finfinnee, Amajjii 25, 2018 (FMC) – Ce’umsa diijitaalaa saffisiisuun dhaabbileen hundi gara Tajaajila Giddugala Tokkoo Masob akka seenaniif hojjetamaa jira jedhan Itti gaafatamtuun Waajjira…