Ispoortii Barnileey fi Astonviilaan qixa bahan Ayana Dheressa May 10, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2018 (FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz torbee 36ffaan Barnileey fi Astonviilaan galchii 2 fi 2’n qixa bahaniiru. Taphoota sa’aatii walfakkaataa sa’aatii 10:00…
Ispoortii Jilli garee Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa irratti hirmaatu Akraa gale Ayana Dheressa May 10, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2018 (FMC) – Jilli garee Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 24ffaa irratti hirmaatu Gaanaa magaalaa Akraa galeera. Dorgommiin kun Caamsaa…
Ispoortii Magaalaa Shaggar 1- 0 Buna Sidaamaa Ayana Dheressa May 10, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2018 (FMC) – Tapha CBE Piriimer Liigii Itiyoophiyaa torbee 31ffaan Magaalaan Shaggar Buna Sidaamaa galchii 1 fi 0’n injifateera. Tapha Sa’aatii 7:00 irraa eegalee…
Ispoortii Haalli Qilleensaa Waancaa Addunyaa 2026f Qormaata Akka Ta’u Himame Yonatan Birhanu May 10, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2018 (FMC) – Gaggeeffamuuf yeroo gabaabaan kan hafe dorgommii Waancaa Addunyaa 2026 haala qilleensaa rakkisaa ta’een qormaatni mudachuu akka danda’u eerame. Biyyoota…
Ispoortii Weestihaam Yunaayitid vs Arsenaal Yonatan Birhanu May 10, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2018 (FMC)- Sagantaa taphaa piriimer Liigii Ingilaandi torbee 36ffaan dursaan liigichaa Arsenaal dirree isaan alatti taphni galgala sa'aatii 12:30 irratti Weestihaam…
Oduu biyya keessaa Fayyadamummaa fi murteessummaa dubartootaa mirkaneessuuf hojjennee milkoofneerra – Kantiibaa… Yonatan Birhanu May 10, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2018 (FMC) – Waggoota Shanan darbanitti fayyadamummaa fi aangoo murteessummaa dubartootaa mirkaneessuuf hojiiwwan hojjetamaniin milkaa'inni dhufeera jedhan Kantiibaan…
Oduu biyya keessaa Piriimer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu Yonatan Birhanu May 10, 2026 0 Finfinnee Caamsaa 2, 2018 (FMC)- Sagantaa taphaa CBE piriimer Liigii Itiyoophiyaan har'a taphoonni afur ni taphatamu. Sagantaa tapha jalqabaan sa'aatii 7 irratti Istaadiyeemii…
Oduu biyya keessaa Sochiin duula nafiladhaa dubartoonni paartii Badhaadhinaa itti hirmaatan geggeeffame Yonatan Birhanu May 10, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2018 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti sochiin duula nafiladhaa dubartoonni Paartii Badhaadhinaa qofti irratti hirmaatan gaggeeffameera. Sagantaa kana irratti hojiiwwan…
Ispoortii Maanchiister Siitii 3 – 0 Bireentifoord Sifen Megersa May 9, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2018 (FMC) – Maanchiister Siitii Bireentifoord injifachuun morkii waancaa cimsate. Siitiin galchii 3 fi 0'n Bireentifoordi injifachuun garaagarummaa Arsenaal waliin…
Oduu biyya keessaa Rogeeyyiin miidiyaa hawaasaa Afrikaa hojiilee misoomaa magaalaa Adaamaa daawwatan Sifen Megersa May 9, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2018 (FMC) –Rogeeyyiin miidiyaa hawaasaa Afrikaa Yaa'ii dhiibbaa uumtoota miidiyaa hawaasaa jalqabaarratti hirmaatan hojiilee misoomaa magaalaa Adaamaa daawwataniiru.…