Sirni kabaja Ayyaana Cuuphaa hawwata tuurizimii magaalaa keenyaa ta’ee itti fufa- Kantiibaa Adaanech…
Finfinnee, Amajjii 11, 2018 (FMC) – Sirni kabaja Ayyaana Cuuphaa hawwata tuurizimii magaalaa keenyaa ta’ee itti fufa jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen.
Ayyaanni…