Jilli diyaaspooraa dhaloota lammaffaa Finfinnee galan
Finfinnee, Hagayya 9, 2018 (FMC) – Jilli diyaaspooraa Itiyoophiyaa dhaloota lammaffaa Kaanaadaarraa maatii isaanii hammate daawwannaaf Finfinnee galaniiru.
Jilli miseensoota 120 of keessa…