Oduu biyya keessaa Imala Milkaa’aa Misooma Anniisaa Haaroomfamaa Itiyoophiyaa Yonatan Birhanu Aug 14, 2026 0 Finfinnne, Hagayya 8, 2018(FMC) - Itiyoophiyaan faayidaa tarsiimawaa gabaa bishaanii fi anniisaa idil-addunyaa ilaalcha keessa galchuudhaan, qabeenya uumamaa ishee misoomsitee fedhii…
Oduu biyya keessaa Godaansi seeraan alaa lammiileefi biyya irratti miidhaa guddaa geessisaa jira – Dooktar Ergoogee… Yonatan Birhanu Aug 14, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2018 (FMC) –Godaansi seeraan alaa lammiileefi biyya irratti miidhaa guddaa geessisaa jira jedhan Ministirri Dhimma Dubartootaafi Hawaasummaa, Dooktar Ergoogee…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti qonna Arfaasaarraa hanga ammaatti oomishni kuntaalli miiliyoonni 21 ol walitti qabame-… Ayana Dheressa Aug 14, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2018 (FMC)- Naannoo Oromiyaatti qonna Arfaasaarraa hanga ammaatti oomishni kuntaalli miiliyoonni 21 ol walitti qabameera jedhe Biiroon Qonnaa Naannichaa. Hogganaan…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaanonni ajandaalee biyyaalessaa irratti waliin akka mari’atan… Tsehay Guluma Aug 14, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2018 (FMC) -Yaa’iin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaanonni ajandaalee biyyaalessaa irratti waliin akka mari’atan carraa uumeera jedhan Hirmaattoonni marichaa.…
Oduu biyya keessaa Gareewwan Hojii yaadota ajandaa isaanii dhiyeessaa jiru Tsehay Guluma Aug 14, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2018 (FMC) - Gareewwan Hojii yaadota ajandaa isaanii gareewwan gurmeessaniif dhiyeessaa jiru. Gareewwan hojii hundi yaadota qopheessan irratti waliigalan, garee…
Oduu biyya keessaa Ashaaraan Magariisaa misooma waaraa kan cimsuu tarkaanfii biyyaalessaa ta’uu qabatamaan agarsiisaa… Tsehay Guluma Aug 14, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2018 (FMC)- Ashaaraan Magariisaa misooma waaraa kan cimsuu tarkaanfii biyyaalessaa tarsimaawaa ta’uu qabatamaan agarsiisaa jira jedhan Ittaanaan Ministira Muummee Obbo…
Oduu biyya keessaa Mootummaan fayyadamummaa dubartootaafi daa’immanii milkeessuuf imaammata hojiirra oolcheen… Tsehay Guluma Aug 14, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2018 (FMC)- Mootummaan fayyadamummaa dubartootaafi daa'immanii milkeessuuf imaammattoota fi tarsiimoo garagaraa hojiirra oolcheen hojiilee bu'aa qabeessi hojjetamaa…
Oduu biyya keessaa Raayyaa Ittisa Biyyaa hubannoo namtolcheen ammayyeessuuf hojii jalqabame Yonatan Birhanu Aug 13, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 7, 2018 (FMC) – Yeroo guddinni teeknooloojii addunyaa saffisaan itti fufaa jiru kanatti, dandeettiin nageenyaa fi ittisaa biyyootaa sirna waraanaa baramaa qofa irratti…
Oduu biyya keessaa Marii Biyyaalessaan gareewwan 8’anuu waliigaltee irra ga’an Yonatan Birhanu Aug 13, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 7, 2018 (FMC) – Gareewwan marii ajandaa Marii Biyyaalessaa, dhimmoota ajandaa 8 irratti marii taasisaa turan hundi waliigaltee irra ga’uu Komishiniin Marii Biyyaalessaa…
Oduu biyya keessaa “Mariin kun garaagarummaa waggoota dheeraaf ture furuudhaan abdii dhalootaa kan… Yonatan Birhanu Aug 13, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 7, 2018 (FMC) – Mariin biyyaalessaa waldhabdeewwan fi rakkoolee adda addaa hedduu irraa gara kallattii fooyya'aatti ceesisuudhaan abdii dhalootaa kan haaromsuudha jedhan…