Godina Arsii Lixaatti qonna gannaatiin lafti hektaarri Kuma 400 ol sanyii midhaan adda addaan…
Finfinnee, Adoolessa 30, 2018(FMC) – Godina Arsii Lixaatti qonna gannaa bara kanaan lafti heektaarri Kumni 400 fi kumni 90 fi 200 sanyii garagaraan uwwifameera jedhe waajjirri Qonnaa…