Gareen seeraan alaa ABUT dargaggoota ukkaamsuun gara kaampiitti galchaa jira- jiraattota naannichaa
Finfinnee, Adoolessa 15, 2018(FMC)- Gareen seeraan alaa ABUT dargaggoota ukkaamsuun gara kaampii leenjiitti galchaa jira jedhan jiraattonni naannoo Tigraay.
Gareen seeraan alaa ABUT…