Mareen biyyaalessaa milkaa’inaan akka xumuramu gahee keenya ni baana –Yaadasaa Nagaasaa
Finfinnee, Adoolessa 14, 2018 (FMC) – Mareen biyyaalessaa milkaa’inaan akka xumuramu gahee keenya ni baana jedhan daandii nagaa filachuun Yaa’ii Maree Biyyaalessaarratti hirmaataa kan jiran…