Hojiiwwan Ijoo Dooktar Abiy Ahimad baatiiwwan Adoolessaa fi Hagayya keessa hojjetan:
Sagantaa Dhaabbii Biqiltuu Guyyaa Tokkoo:-
Bara kana waggaa saddettaffaa kan qabate Sagantaa Ashaaraa Magariisaan Walitti qabaan COP32 fi Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad, Giifti…