Dhaabbileen mootummaa Ameerikaa ijaarsa buufata xiyyaaraa idil-addunyaa bishooftuuf….
Finfinnee, Ebla 14, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan ijaarsa buufata xiyyaaraa idil-addunyaa Bishooftuuf dhaabbilee mootummaa Ameerikaa, dhaabbilee faayinaansii gurguddoo fi dhaabbilee beekamoo…