Teeknooloojii Inisheetiivii Diijitaala Itiyoophiyaa milkaa’ina galmeessise… Ayana Dheressa Apr 22, 2026 0 Finfinnee, Ebla 14, 2018 (FMC) – Ministirri Pilannii fi Misoomaa Doktar Fitsum Asaffaa gabaasa raawwii hojii ji’oota sagalii dhiyeessaniin, inishatiivii Diijitaala Itiyoophiyaatiin…
Ispoortii Chelsiin injifatamuu itti fufe Yonatan Birhanu Apr 22, 2026 0 Finfinnee, Ebla 13, 2018(FMC) - Sagantaa taphaa pirimer Liigii Ingilaandi torbee 34ffaan Cheelsiin Biraayitaniin injifatameera. Tapha halkan sa'aatii 4 irratti taphatameen Biraayitan…
Ispoortii Walga’iin Idilee 29ffaan Federeeshinii Atleetiksii Itoophiyaa murteewwan garaa garaa dabarsuun… Yonatan Birhanu Apr 22, 2026 0 Finfinnee, Eebila 13, 2018 (FMC) - Walga’iin Idilee 29ffaan Federeeshinii Atleetiksii Itoophiyaa guyyoota lamaaf gaggeeffamaa ture murteewwan garaa garaa dabarsuun xumurameera. Murteewwan…
Oduu biyya keessaa Hojiilee riifoormii waggoottan jijjiiramaa darban keessa hojjetaman bu’aa fidaniiru – Dooktar… Yonatan Birhanu Apr 21, 2026 0 Finfinnee, Ebla 14, 2018(FMC)- Hojiilee riifoormii waggoottan jijjiiramaa darban keessa hojjetaman bu’aa fidaniiru jedhan Ministirri Karooraa fi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaa. Gabaasni…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaafi Baangilaadish walta’iinsa isaanii caalaatti cimsuuf waliigalan Yonatan Birhanu Apr 21, 2026 0 Finfinnee, Eebila 13, 2018 (FMC) - Ministirri Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiyoos Ministira Dhimma Alaa Baangilaadish Doktar Kaliilur Raahmaan waliin mari’ataniiru. Ministiroonni…
Idil Addunyaa Paakistaan yaalii miisaa’ela Kiruuzi gaggeessiste Ayana Dheressa Apr 21, 2026 0 Finfinnee, Ebla 13, 2018 (FMC) – Paakistaan yaalii miisaa’ela Kiruuzi ‘Taayimoor Eer’ jedhamu milkaa’inaan gaggeessisuun gabaafame. Miisaa’elli kun farra doonii fageenya irraa…
Oduu biyya keessaa Kaabineen Magaalichaa murtoowwan garaagaraa dabarse Ayana Dheressa Apr 21, 2026 0 Finfinnee, Ebla 13, 2018 (FMC) – Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Walga’ii idilee 10ffaa waggaa 5ffaa har’a taa’een dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarseera.…
Oduu biyya keessaa Hojiin qooda Waldaaleen Hojii Gamtaa guddina diinagdee keessatti qaban guddisu hojjetameera- Dooktar… Ayana Dheressa Apr 21, 2026 0 Finfinnee, Ebla 13, 2018 (FMC) – Waggoottan jijjiiramaa darban keessa hojiin qooda Waldaaleen Hojii Gamtaa guddina diinagdee keessatti qaban guddisu hojjetameera jedhan Waajjira Ministira…
Biiznasii Maamiltoonni baankii lakkoofsa herregaa isaanii hanga Caamsaa 6’tti ‘Faayidaa’ waliin akka walitti… Ayana Dheressa Apr 21, 2026 0 Finfinnee, Ebla 13, 2018 (FMC) – Baankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa maamiltoonni baankii hundaa lakkoofsa herregaa isaanii hanga Caamsaa 6, 2018’tti ‘Faayidaa’ waliin akka walitti hidhan…
Oduu biyya keessaa Namoota karaa seeraan ala biyyaa bahaafi seenaa turan kuma 10 olirratti tarkaanfiin seeraa fudhatame Ayana Dheressa Apr 21, 2026 0 Finfinnee, Ebla 13, 2018 (FMC) – Tajaajilli Lammummaafi Immigireeshinii baatiiwwan 9 darban keessa namoota karaa seeraan alaa osoo biyyaa bahanuufi seenanuu qabaman kuma 10 olirratti…