Oduu biyya keessaa Manni Marichaa wixineewwan labsii waliigaltee liqaa 2 raggaasise Ayana Dheressa Jul 14, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2018(FMC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa walga’ii ariifachiisaa 2ffaa bara hojii 5ffaa har’a taa’een wixineewwan labsii waliigaltee liqaa 2 qorachuun…
Ispoortii Falmii Faransaay Ispeen waliin taasiftu… Tsehay Guluma Jul 14, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2018 (FMC)- Waancaa Addunyaa 2026 qopheessummaa Ameerikaa, Kaanaadaa fi Meeksikoon gaggeeffamaa jiruun taphni walakaa xumuraa har’a halkan eegala. Haaluma kanaan…
Oduu biyya keessaa Humni qilleensaa haala kam keessattuu dandeettii nageenya Itiyoophiyaa eeguuf dandeessisu ijaareera-… Ayana Dheressa Jul 14, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2018(FMC)- Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa Leetenaal Jeneraal Yilmaa Mardaasaan humni qilleensaa keenya qophaa’ummaa amansiisaan dandeettii haala kam…
Oduu biyya keessaa Galmoota gurguddoo Mootummaan qabate milkeessuuf hojii hojjetameen bu’aawwan hedduu… Tsehay Guluma Jul 14, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2018 (FMC)- Galmoota gurguddoo Mootummaan qabate milkeessuuf hojii hojjetameen bu'aawwan hedduu galmaa'aniiru jedhan Sadarkaa Pireezidaantii itti aanaa Mootummaa…
Idil Addunyaa Gaaffiin Afrikaan Mana Maree Nageenyaatti teessoo argachuuf kaastu haqa qabeessa –… Tsehay Guluma Jul 14, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2018 (FMC)- Gaaffiin Afrikaan Mana Maree Nageenyaa Mootummoota Gamtoomanitti teessoo argachuuf kaastu haqa qabeessa jedhan Pireezidaantiin Azarbaajaan Ilihaam…
Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Jul 14, 2026 0 Waqtii seena qabeessa Itiyoophiyaan marii biyyaalessaa guddaafi seena qabeessa ta’eef qophaa’aa jirtu kanatti ijoollee biyya koo hundaaf waamicha guddaafi kabajaa dabarsun qaba. Mariin…
Oduu biyya keessaa Du’aan boqochuu Amiirii duraanii Sheek Hamaad Biin Kaaliifaa Altaanii hordofee Dooktar Abiy Ahimad… Tsehay Guluma Jul 14, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2018 (FMC) - Amiiriin Kuwaataar Sheeh Hamaad Altaaniin Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Masaraa Mootummaa Luusaayilitti simataniiru. Ministirri Muummee…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Kaataar galan Sifen Megersa Jul 13, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Kaataar galaniiru. Du’aan boqochuu Amiirii duraanii Kaataar Sheek Hamaad Biin Kaaliifaa Altaaniif gadda…
Oduu biyya keessaa Haalli Qilleensa uumamuu Roobaaf mijataa ta’e cimee itti fufa – Inistiityuuticha Sifen Megersa Jul 13, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2018 (FMC) – Rooba waqtii Gannaa uumamuuf haalli qilleensaa mijataan jiru cimee itti fufa jedhe Inistiityuutiin Raaga Haala Qilleensaa Itiyoophiyaa. Hanga…
Oduu biyya keessaa Guddina Diinagdee Gooroo Itiyoophiyaa… Sifen Megersa Jul 13, 2026 0 Bu’uurri misooma waaraa fi badhaadhina hundagaleessaa biyya tokkoo caasaa diingadee Gooroo amansiisaa ta’eedha. Itiyoophiyaan qoormaatilee diinagdee baroota darban keessa mudate, hanqina…