Biiznasii Bu’aan caalbaasii sharafa alaa ifoome Ayana Dheressa Feb 3, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2018 (FMC)– Baankiin Biyyaalessaa bu’aa caalbaasii sharafa alaa guyyaa har’aa gaggeesse ifoomseera. Caalbaasii kanaaf Doolaarri miiliyoonni 70 dhiyaachuufi adeemsa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaafi Galaanni Diimaan adda bahanii jiraachuu hin danda’an- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Feb 3, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2018 (FMC)– Itiyoophiyaafi Galaanni Diimaan adda bahanii jiraachuu hin danda’an jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaatti rakkoo nageenyaaf sababni garaagarummaa yaadaa humnaan furuuf tattaaffii… Ayana Dheressa Feb 3, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2018 (FMC)– Itiyoophiyaatti rakkoo nageenyaaf sababni garaagarummaa yaadaa humnaan furuuf tattaaffii taasifamudha jedhan Minstirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Paarlaamaan itti aanu sagaleen adda addaa akka itti dhaga’amuuf cimsee hojjeta Yonatan Birhanu Feb 3, 2026 0 Finfinnee, Amajiii 26, 2018 (FMC) - Mootummaan Paarlaamaan filannoo waliigalaa baranaan hundaa'u sagaleen adda addaa kan itti dhaga'amu akka ta'uuf cimsee hojjeta jedhan Ministirri Muummee…
Oduu biyya keessaa Qaamni Itiyoophiyaa miidhuuf Socho’u kamuu ishee hin danda’u- Dooktar Abiy Ahimad Tsehay Guluma Feb 3, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2018 (FMC) -Dinni Itiyoophiyaa miidhuuf socho’u kamuu ishee hin danda’u yeroon isaas darbeera jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan damee Fasyinaansiin jijjiirama qabatamaa galmeessisteetti – Dooktar Abiy Ahimad Yonatan Birhanu Feb 3, 2026 0 Finfinnee, Amajiii 26, 2018 (FMC) - Jijiiramoota baroota darban galmaa'an keessaa dameen faayinaasii tokko ta'uu Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ibsan. Dooktar Abiy walga'ii Mana…
Oduu biyya keessaa Fooyyeessiin diinagdee gooroon taasifame cabiinsa diinagdee tasgabbesse- Dooktar Abiy Tsehay Guluma Feb 3, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2018 (FMC)- Fooyyeessiin diinagdee gooroon taasifame cabiinsa diinagdee tasgabbesseera jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee FDRI…
Oduu biyya keessaa Mootummaan cabiinsa dinagdee furuu bira darbee biyya dhalootaaf miijattu uumuuf hojjetaa jira Tsehay Guluma Feb 3, 2026 0 Finfinnee, Amajiii 26, 2018 (FMC) - Mootummaan cabiinsa dinagdee furuu bira darbee biyya dhalootaaf miijattu uumuuf hojjetaa jira jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Dooktar…
Oduu biyya keessaa Oomisha qonnaa kuntaala miiliyoona 900 fi miiliyoona 99 walitti qabuun danda’ameera -Dooktar Abiy… Tsehay Guluma Feb 3, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2018 (FMC) –Baatiiwwan ja’an darbanittii Oomishaa qonnaa kuntaala miiliyoonaa 900 fi miiliyoona 99 walitti qabuun danda’ameera jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar…
Teeknooloojii Sababa waraqaa eenyummaa Faayidaa “PDF” n buusuun fayyadamuun yeroof adda citeef … Sifen Megersa Feb 2, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2018 (FMC) – Waraqaa eenyummaa Faayidaa "PDF"n buusuun fayyadamuun yeroof adda cite jedhe Sagantaan Waraqaa Eenyummaa Biyyaalessaa. Sababni isaas:- 1. Manneen…