Dhiibbaa Idil-addunyaatiin Rakkoon Qaala’iinsa Jireenyaa Akka Hin Hammaanne Xiyyeeffannoon…
Finfinnee, Eebla 30, 2018 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti sababa dhiibbaa idil-addunyaatiin rakkoon qaala'iinsa jireenyaa akka hin hammaanne xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhan Kantiibaan…