Oduu biyya keessaa Yaa’iin Saayinsii IGAD 4ffaan taa’amaa jira Yonatan Birhanu May 19, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2017 (FMC) – Yaa’iin 4ffaa Dhaabbanni Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa( IGAD) godaansa, buqqaatii fi magaalummaa irratti qopheesse magaalaa Finfinneetti geggeeffamuu…
Oduu biyya keessaa Eksipoon Teeknooloojii Itiyoophiyaa, humni teeknooloojii Itiyoophiyaa kan itti mul’atedha jedhame Yonatan Birhanu May 18, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2017 (FMC) – Eksipoon Teeknooloojii Itiyoophiyaa 2025 humni teeknooloojii Itiyoophiyaa kan itti mul’ate ta’uun ibsameera. Caamsaa 8, 2017 irraa eegalee Giddugala…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsa Magaalichaatti bu’uraalee misoomaa babal’isuun rakkoolee hawaasaa furuuf… Yonatan Birhanu May 18, 2025 0 Finfinnee Caamsaa 10, 2017 (FMC)_ Bulchiinsa Magaalaa Ambootti bu'uraalee misoomaa babal'isuun rakkoolee hawaasaa furuuf hojjetamaa jiraachuu Kantibaan Magaalichaa Obbo Hacaaluu Gammachuu…
Teeknooloojii Dijiitaal Itiyoophiyaa dhugoomsuuf wqggoota darban milkaa’inni qabatamaan galmaa’eera-… Yonatan Birhanu May 16, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2017(FMC) - Hojiiwwan waggoota darban keessa Dijiitaal Itiyoophiyaa dhugoomsuuf hojjetaman milkaa'ina qabatamaa galmeessisuu isaanii pirezidaanti Taayyee Atsqasillaasee…
Ispoortii Shaampiyoonaan tapha guutuu Oromiyaa 27ffaan olaantummaan magaalaa Shaggariin xumurame Yonatan Birhanu May 16, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2017 (FMC) – Shaampiyoonaan tapha guutuu Oromiyaa 27ffaan guyyoottan 15 darbaniif magaalaa Ambootti gaggeeffamaa ture olaantummaan magaalaa Shaggariin xumurameera.…
Oduu biyya keessaa Oromiyaarraa lammiileen kumni 100 fi kumni 33 bobbii alaan carraa hojii argatan Yonatan Birhanu May 16, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2017(FMC) - Bara kana Oromiyaarraa lammiileen kumni 100 fi kumni 33 bobbii alaan carraa hojii argachuu ibsameera. Lammiileen kunneen biyyoota waliigaltee bobbii…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Sooddootti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 4 darbe Yonatan Birhanu May 16, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2017(FMC) - Godina walaayittaa Bulchiinsa Magaalaa Sooddootti ganama har’aa balaa konkolaataa mudateen lubbuun namoota 4 yoo darbu, miidhaan qaamaa fi qabeenyaas…
Oduu biyya keessaa Manneen kumni 50 humna soolaarii fayyadamuu eegalan Yonatan Birhanu May 16, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2017(FMC) - Baatiiwwan salgan darbanitti magaalota baadiyyaa 18 keessatti manneen kumni 50n humna soolaarii fayyadamuu Ministeerri Bishaanii fi Inarjii beeksise.…
Oduu biyya keessaa Haala nageenya naannawichaa gamaaggamuun tarkaanfii qabatamaa fudhatachuuf waliigalame Yonatan Birhanu May 14, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2017 (FMC) - Haala nagaa fi tasgabbii naannawichaa qorachuun tarkaanfii qabatamaa fudhachuuf waliigalamuu Tajaajilli Odeeffannoo fi Nageenyaa Biyyaalessaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan nagaa kabachiisuu keessatti gahee ishee ammayyeessuun kan itti fuftu ta’uun ibsame Yonatan Birhanu May 14, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2017(FMC) – Itiyoophiyaan nagaafi tasgabbii idil-addunyaa kabachiisuu keessatti gahee ishee ammayyeessuun kan itti fuftu ta’uu Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisaa…