Oduu biyya keessaa Qormaatilee keessatti Milkaa’uu- Bu’aa Cichoominaa Yonatan Birhanu Sep 21, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2019(FMC) - Itiyoophiyaan waggoota jijjiiramaa asi qormaatilee seenessa qeenxee fi hafuura finxaleessummaa bu’uureffachuun mudatan dandamattee guddina addunyaa…
Oduu biyya keessaa Jecha Gochaan, missiraachowwan labsii Gubaa Sifen Megersa Sep 21, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2019 (FMC) – Qormaatilee mudatan carraatti jijjiiruuf muuxannoo kan qabdu Itiyoophiyaan mul’ata badhaadhinaa ishee bu’uura cimaarratti ijaaraa jirti. Qormaatilee…
Ispoortii Giraanti Zyaakaan Garee Biyyaalessa Siwiizarlaandi irraa dhorkame Sifen Megersa Sep 21, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2019 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Siwiizarlaandi Giraanti Zyaakaa garicha keessaa dhorkeera. Giraanti Zyaakaan bara Faranjootaa 2022 wayita taphataa…
Oduu biyya keessaa Imala Sirna Diimokiraasii Cimsuu Ayana Dheressa Sep 21, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2019 (FMC)- Itiyoophiyaan filannoo waliigalaa 7ffaa milkaa’inaan gaggeessuun hordofee boqonnaa murteessaa mootummaa haaraa hundeessuuf ishee dandeessisu irratti…
Oduu biyya keessaa TelevizhiniinTigraay tamsaasa irraa dhorkame Yonatan Birhanu Sep 21, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2019 (FMC) — Abaan Taayitaa Miidiyaalee ITiyoophiyaa Televiizyina Tigiraay tamsaasa irraa dhorkuu beeksise. Abbaan taayitichaa ibsa Faanaa Dijiitaaliif ergeen…
Oduu biyya keessaa Gaaffiin Ulaa Galaanaa carraa dhaloota dhufuu murteessudha! Sifen Megersa Sep 21, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2019 (FMC) – Ulaan Galaanaa Itiyoophiyaaf madda guddina diinagdee, wabii nageenyaa, humna dippiloomaasii fi bu’uura biyya cimtuu ijaaruuti. Ulaa galaanaa…
Oduu biyya keessaa Milkaa’inni Itiyoophiyaan oomisha qamadii irratti galmeessiste biyyoota Afrikaaf fakkeenya Ayana Dheressa Sep 21, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2019(FMC)- Bu’aa Itiyoophiyaan yeroo gabaabaa keessatti oomisha qamadii irratti galmeessiste biyyoota Afrikaa biroof fakkeenya ta’uun ibsameera. Korri…
Oduu biyya keessaa Imala Olka’iinsaa Itiyoophiyaa fi milkaa’inoota Galmaa’an: Yonatan Birhanu Sep 21, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 11,2019(FMC) – Itiyoophiyaan sakaallaa rakkoolee walxaxoo barootaaf boodatti ishee hambisanii kutachuun tulluu olka’iinsaatti olbaatee mul’achuuf imalli Mootummaa…
Oduu biyya keessaa Milkaa’ina Damee Qonnaa Waadaa Gochaan agarsiise! Sifen Megersa Sep 21, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2019 (FMC) – Dameen qonnaa bu’uura dinagdee fi jireenya uummata Itiyoophiyaa keessaa isa ijoodha. Imalli Itiyoophiyaan nyaatan of danda’uu fi birmadummaa nyaataa…
Oduu biyya keessaa Gamtaan Afrikaa nageenya galaana diimaarratti Gamtaa Awurooppaa fi Mootummoota Gamtoomanii waliin… Tsehay Guluma Sep 21, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2019 (FMC) - Gamtaan Afrikaa, Gamtaan Awurooppaa fi Mootummoonni Gamtoomanii nagaaf tasgabbii naannawaa Ganfaa Afrikaa fi nageenya galaana diimaarratti marii gamsadee…