Ispoortii Piriimer Liigii Ingiliziin har’a taphoonni 4 ni taphatamu Ayana Dheressa Sep 20, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2019 (FMC) – Piriimer Liigii Ingiliz torbee 5ffaan guyyaa har’aa taphoonni 4 ni taphatamu. Sa’aatii 10:00 irraa eegalee Maanchistar Siitiifi Sandarlaand ni…
Teeknooloojii Guddina teeknooloojii hubannoo namtolcheefi fedhii Itiyoophiyaa Ayana Dheressa Sep 20, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2019(FMC)- Damee utubaalee diinagdee Itiyoophiyaa shanan keessaa dameen ICT isa tokko. Hojiilee damee Kanaan hojjetamaa jiran keessaas teeknooloojiin…
Teeknooloojii Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa Tekinoolojii Haaraa Hidhate Yonatan Birhanu Sep 20, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2019 (FMC) — Jijjiiramoota waliigalaa caasaa fi tekinooloojii Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa waggoota dhiyoo as geggeessaa tureen, dhaabbata guddaa fi ammayyaa…
Oduu biyya keessaa Fakkeenya misooma magaalotaa Finfinnee! Sifen Megersa Sep 19, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2019 (FMC) – Finfinneen waggoota dhiyoo as ijaarsi bu’uuraalee misoomaa bal’inaan raawwatte magaalota biroof fakkeenya akka taatu taasiseera. Magaalaa jiraattota…
Ispoortii Biraayitan 3 – 0 Arsenaal Sifen Megersa Sep 19, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2019 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingilaandi taphoota torbee 5ffaan Biraayitan Arsenaal injifateera. Tapha har’a waaree booda sa’aatii 11:00 eegalee taphatameen…
Biiznasii Baankiin Gadaa taaksiin dura Birrii biiliyoona 1.5 bu’aa argate Sifen Megersa Sep 19, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2019 (FMC) – Baankiin Gadaa bara baajataa darbe keessa taaksiin dura Birrii biiliyoona 1.5 bu’aa argadhe jedhe. Baankichi Yaa'ii Waliigalaa idilee 5ffaa Abbootii…
Ispoortii Astoon Viilaan injifannoo jalqabaa galmeesse Sifen Megersa Sep 19, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2019 (FMC) – Astoon Viilaan Tootenhaam injifachuun taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi bara kanaan injifannoo jalqabaa galmeessera. Tapha Piriimeer Liigii…
Oduu biyya keessaa Ijipti qabeenya bishaanii olaanaa qabaattus,biyya bulchiinsa bishaanii dadhabaa hordoftu– Obbo… Sifen Megersa Sep 19, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2019 (FMC) – Ijipti qabeenya bishaanii olaanaa qabaattus, biyya bulchiinsa bishaanii akkaan dadhabaa ta’e hordoftu jedhan Gorsaan Dhimmoota Baha Afrikaa Ministira…
Ispoortii Fiigicha daandirraa Atileetiksii Addunyaan Itiyoophiyaa meedaaliyaa Warqee jalqabaa argatte Sifen Megersa Sep 19, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2019 (FMC) – Fiigicha daandiirraa Atileetiksii Addunyaa Kooppeenhagen Deenmaarkitti har'a gaggeeffameen Itiyoophiyaan meedaaliyaa Warqee jalqabaa argatteetti.…
Oduu biyya keessaa Qulqullina barnootaa eegsisuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jirra –Yuunivarsiiticha Sifen Megersa Sep 19, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2019 (FMC) –Yuunivarsiitiin Arsii Qulqullina barnootaa eegsisuufi cabiinsa barnootaa fooyyessuuf xiyyeeffannoon hojjechaan jira jedhe. Bara barnootaa 2019fis…