Oduu biyya keessaa Milkaa’ina Sagantaa Maaddii Guutuu Ayana Dheressa Sep 22, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2019 (FMC)- Qonni Itiyoophiyaa adeemsa oomishaa baratame keessaa bahee imala wabii midhaan nyaataa mirkaneessuuf taasifamu keessatti milkaa’inoota hedduu…
Oduu biyya keessaa Irreechi bara 2019 Fulbaana 23 fi 24 kabajama Ayana Dheressa Sep 22, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 12,2019 (FMC)- Ayyaanni Irreecha bara 2019 Fulbaana 23 fi 24 akka kabajamu Gamtaan Abbootii Gadaa Oromoo beeksise. Gamtaan Abbootii Gadaa haala kabaja…
Oduu biyya keessaa Yaadama Ida’amuu – Bu’uura Olka’iinsa Biyyaa Yonatan Birhanu Sep 22, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2019(FMC) - Akka saayinsii siyaasaa fi dinagdeetti, Ida’amuun qabeenya, humna namaa, beekumsa, dhaabbilee fi carraa jiru walitti fiduun bu’aa waloo tokko uumuu dha.…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Abbaay dabalatee mirgi qabeenya uumamaa ishee misoomsuuf qabdu eegamaadha Ayana Dheressa Sep 22, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2019 (FMC)- Itiyoophiyaan Abbaay dabalatee mirgi qabeenya uumamaa ishee misoomsuuf qabdu eegamaadha jedhe Ministeerri Bishaaniifi Inarjii. Ministeerichi…
Oduu biyya keessaa Yonatan Birhanu Sep 22, 2026 0 Irreecha: waliigaltee biyyaalessaaf! Finfinnee, Fulbaana 12, 2019(FMC) - Ayyaanni Irreechaa duudhaalee sirna Gadaa Oromoo keessaa tokko yoo ta'u, calaqqee eenyummaa fi ulfoo guddaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaanota dirree guddina waaraa mirkaneessuu Keessatti Ayana Dheressa Sep 22, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2019 (FMC)- Kallattii misoomaa damdaneessa hordofaa kan jirtu Itiyoophiyaan damee tuurizimii jijjiirama dura xiyyeeffannoo gahaa hin argatin utubaalee guddinaa…
Oduu biyya keessaa Damee Albuudaa: Utubaa Haaraa Diinagdee Itiyoophiyaa Ayana Dheressa Sep 22, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2019 (FMC)- Mootummaan Ida’amuu guddina diinagdee biyyaalessaa saffisiisuuf utubaalee ijoo guddina diinagdee biyyaalessaa shan kaa’e keessaa dameen albuudaa isa…
Ispoortii Jila garee Atileetiksii Itiyoophiyaaf simannaan taasifame Ayana Dheressa Sep 22, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2019(FMC)- Jila garee Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Fiigicha Daandiirraa Deenimaark Kooppanhaaganitti dorgomame irratti hirmaateef simannaan taasifameera.…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen Pireezidaantii Fiinlaand waliin mari’atan Ayana Dheressa Sep 22, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2019(FMC)- Pireezidaantiin RDFI Taayyee Atsiqasillaaseen Pireezidaantii Fiinlaand Aleeksaandar Istaab waliin mari’ataniiru. Pireezidaanti Taayyee…
Oduu biyya keessaa Ulaa Galaanaa: Gaaffii Seeraa fi Diinagdee Yonatan Birhanu Sep 22, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2019 (FMC) — Gaaffiin Itiyoophiyaan ulaa galaanaa argachuuf kaaste fedhii loojistikii fi geejjibaa qofa osoo hin taane, bu’uura seenaa, seeraa fi diinagdee irratti…