Oduu biyya keessaa Magaalaan Gadaa… Yonatan Birhanu Jan 15, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2018(FMC) - Magaalaan Gadaa yaadama diriirsa bu’uuraalee misoomaa qindaa’aa hordofa. Jalqabuma irraa mijatina misooma iddoo tokkootiif qabu (agglomeration) akka…
Oduu biyya keessaa Filannoon Biyyaalessaa milkiin akka xumuramuuf qophii gahaan taasifame – Obbo Adam Faaraah Sifen Megersa Jan 15, 2026 0 Finfinnee, Amajji 7, 2018 (FMC) - Filannoon Biyyaalessaa marsaa 7ffaan milkiin akka xumuramuuf qophii ga'aan godhamuu Pireezidaantii Itti aanaan paartii Badhaadhinaa fi Ittigaafatamaan…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Federeeshinii Faanaa Miidiyaa Koorporeeshiniif beekamtii kenne Sifen Megersa Jan 15, 2026 0 Finfinnee, Amajji 7, 2018 (FMC) – Guyyaan Saboota, Sablammootaa fi Ummattoota Itiyoophiyaa 20ffaan akkaataa maqaa biyyaa ijaaruun akka kabajamuuf gahee Faanaa Miidiyaa Koorporeeshin bahateef…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Saboota, sablamootaa fi Ummattootaa sirna federaalaa mirkaneessuuf gahee olaanaa qaba –… Sifen Megersa Jan 15, 2026 0 Finfinnee, Amajji 7, 2018 (FMC) – Ayyaanni Saboota, sablamootaa fi Ummattoota Itiyoophiyaa sirna federaalaa mirkaneessuuf gahee olaanaa qaba jedhan Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo…
Oduu biyya keessaa Naannichatti sosochiin eegumsa biyyoo fi bishaanii eegalame Sifen Megersa Jan 15, 2026 0 Finfinnee, Amajji 7, 2018 (FMC) – Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaatti sosochiin eegumsa biyyoo fi bishaanii bara kanaa Godina Hadiyyaatti eegalameera. Sosochiin kun bakka…
Oduu biyya keessaa ‘Ishowspeed’ Itiypoophiyaa daawwachuun ija miiliyoonotaa gara Finfimnneetti hawwate – Adaanech… Sifen Megersa Jan 15, 2026 0 Finfinnee, Amajji 7, 2018 (FMC) - Yuutuubarri beekamaan Ishowspeed Itiyoophiyaa daawwachuun ija miiliyoonotaa addunyaa guutummaa irraa gara Finfinneetti hawwateera jedhan Kantiibaan Magaalaa…
Ispoortii Moorookoon tapha xumuraa waancaa Afrikaaf dabarte Sifen Megersa Jan 15, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) –Tapha walakkaa xumuraa Waancaa Afrikaa halkan kana taphatameen Moorookoon Naayijeeriyaa injifachuuf xumuraaf dabarte. Sa'aatiin idilee galchii malee…
Ispoortii Seeneegaal waancaa Afrikaaf dabarte Ayana Dheressa Jan 14, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) – Tapha waancaa Afrikaa 35ffaa Moorookootti gaggeeffamaa jiruun Seeneegaal tapha walakkaa xumuraa Ijiptiin galchii 1 fi 0’n injifachuun waancaaf dabarteetti.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Pirezidaantii Sudaan Kibbaa Saalvaakir Maayaardiit waliin mari’atan Ayana Dheressa Jan 14, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Pirezidaantii Sudaan Kibbaa Saalvaakir Maayaardiit waliin mari’ataniiru. Dooktar…
Oduu biyya keessaa Rasaasni meeshaalee waraanaa garaagaraa kumni 56 ol mootummaan shaabiyaa shiftoota maqaa Faannoon… Ayana Dheressa Jan 14, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) – Rasaasni meeshaalee waraanaa garaagaraa kumni 56 ol mootummaan shaabiyaa baandota keessaafi diinota seenaa waliin ta’uun nageenya biyyattii booressuuf…