Ga’ee dudhaaleen aadaa ijaarsa biyyaa keessatti qaban guddisuuf hojjetamaa jira – Obbo…
Finfinnee, Amajji 5, 2018 (FMC) - Dudhaaleen aadaa bu'uura Dhugaa Waloo fi Seenessa Biyyaalessaa waan ta'aniif, ga’ee isaan ijaarsa biyyaa keessatti qaban guddisuuf hojjetamaa akka jiru…