Oduu biyya keessaa Jireenya Dargaggootaa fooyyeessuuf Aadaa hojii jijjiiruu… Tsehay Guluma Dec 16, 2025 0 Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC)- Aadaa hojii jijjiiruun jiruu fi jireenyaa Dargaggootaa fooyyeessurratti xiyyeeffachuun barbaachiisaadha jedhan Hoggantuun Biiroo Dargaggoo fi Ispoortii…
Idil Addunyaa Yuukreen Ameerikaa waliin marii nageenyaa haaraa taasisuufi Sifen Megersa Dec 16, 2025 0 Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC) - Yuukreenii fi Ameerikaan xumura torbee kanaa marii nageenyaa haaraa taasisuufi jedhame. Mariin haaraan kun Ameerikaatti kan mari’atamu ta’uu Keev poosti…
Oduu biyya keessaa Pirojektiin jireenya naannawaa gammoojjii fooyyeessuun Horsiisee Bultoonni miiliyoona 3 fi kuma 700… Tsehay Guluma Dec 16, 2025 0 Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC)- Pirojektiin jireenya naannawaa gammoojii fooyyeessuun Horsiisee Bultoonni miiliyoona 3 fi kuma 700 ol fayyadamoo taasiseera jedhan Ministirri Ministeera…
Teeknooloojii Kaayyoon eenyummaa diijitaalaa namni tokko amanamaa ta’uu isaa mirkaneessuudha – Obbo Hayiluu… Sifen Megersa Dec 16, 2025 0 Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC) – Kaayyoon eenyummaa diijitaalaa namni tokko amanamaa ta’uu isaa mirkaneessuudha jedhan Qindeessaa Olaanaafi Too’ataa Galmee Eeenyummeessaa Diijitaalaa obbo…
Oduu biyya keessaa Manni Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Sulultaa dhaddacha dhagahaa halaalaa tajaajilaaf banaa taasise Sifen Megersa Dec 16, 2025 0 Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC) –Manni Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Sulultaa kenna tajaajila abbaa seerummaa mirkaneessuuf dhaddacha dhagahaa halaalaa (Viidiyoo konfiraansii) tajaajilaaf banaa…
Oduu biyya keessaa Manneen Maree Lamaan Walga’ii waloo boru gaggeessu Tsehay Guluma Dec 16, 2025 0 Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa fi Manni Maree Federeeshinii guyyaa boruu walga’ii waloo 6ffaa bara hojii 5ffaa ni gaggeessu. Ministirri Muummee Hindi…
Oduu biyya keessaa Rakkoolee damee Geejjibaan mul’atan furuuf hojjetamaa jira – Dooktar Alamuu Simee Sifen Megersa Dec 16, 2025 0 Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC) – Rakkoolee damee Geejjibaan mul’atan furuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhan Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen.…
Ispoortii Itiyoophiyaan Dorgommii Atileetiksiin Meedaaliyaa 12 galmeessuun dorgommicha xumurte Tsehay Guluma Dec 16, 2025 0 Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC)- Angoolaa Luwaandaatti gaggeeffama kan jiru Olompikii Dargaggoota Afrikaa 4ffaarratt Itiyoophiyaan Dorgommii Atileetiksiin meedaaliyaa 12 galmeessuun…
Biiznasii Godinichatti bara kana Buna Toonii kuma 74 gabaa giddugaleessaaf dhiyeessuuf hojjetamaa jira Tsehay Guluma Dec 16, 2025 0 Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC)- Godina Iluu Abbaa Booritti bara kana Buna Toonii kuma 74 gabaa giddugaleessaaf dhiyeessuuf hojjetamaa jira. Buna qulqullina qabu oomishuun sharafa alaa…
Oduu biyya keessaa Fooramiin Dargaggoota Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegale Tsehay Guluma Dec 16, 2025 0 Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC)- Fooramiin Dargaggoota Afrikaa 2025 Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera. Fooramicharratti Ministir Deetaan Ministeera Hojii fi Ogummaa Salamoon…