Oduu biyya keessaa Manni Marichaa labsii bilisummaa odeeffannoo raggaasise Ayana Dheressa Jun 25, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2018 (FMC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa walga’ii idilee 28ffaa gaggeesseen labsii bilisummaa odeeffannoo qorachuun raggaasiseera. Walitti qabaan Koree…
Idil Addunyaa Balaa Kirkira Lafaatiin Veenizuweellaatti Lubbuun Namoota 164 Darbe Yonatan Birhanu Jun 25, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2018 (FMC) – Veenizuweellaatti edana kirkira lafaa walitti aansee mudateen lakkoofsi namoota lubbuun darbanii 164 ga’uu Pirezidaantiin yeroo biyyattii Delsii…
Oduu biyya keessaa Faransaay filannoon waliigalaa 7ffaan milkaa’inaan xumuramuu hordofee ergaa baga gammaddanii… Ayana Dheressa Jun 25, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2018 (FMC)- Mootummaan Faransaay filannoon waliigalaa 7ffaan milkaa’inaan xumuramuu hordofee ergaa baga gammaddanii dabarseera. Mootummaan biyyattii ergaa isaan…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa Waadaa Ummataaf Gale Raawwachuuf Kutannoo Qaba Yonatan Birhanu Jun 25, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2018(FMC) – Mariin xumura hojiiwwan filannoo walii-galaa 7ffaa kan hoggantoota dhaabbilee federaalaa hirmaachise gaggeeffamaa jira. Marii kanarratti miseensi…
Oduu biyya keessaa Ashaaraan Magariisaa oomisha dammaa irratti bu’aa qabatamaa galmeessisaa jira- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Jun 25, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2018 (FMC)- Ashaaraan Magariisaa oomisha dammaa irratti bu’aa qabatamaa galmeessisaa jira jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee…
Oduu biyya keessaa Taphoonni ramaddii waancaa addunyaa marsaa 3ffaan har’as itti fufanii taphatamu Ayana Dheressa Jun 25, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2018(FMC)- Taphoonni ramaddii waancaa addunyaa marsaa 3ffaan guyyaa har’as itti fufanii ni taphatamu. Halkan sa’aatii 5:00 irraa eegalee dursitee darbuu ishee…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Wallaggaa Barattoota 920 eebbise Tsehay Guluma Jun 25, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2018 (FMC)- Yuunivarsiitiin Wallaggaa Barattoota muummeewwan barnootaa garaagaraan barsiisaa ture 920 guyyaa har'a eebbisiseera. Itti aanaan pireezidaantii…
Oduu biyya keessaa Naannoo Sidaamaatti Sagantaan Ashaaraa Magariisaa eegale Tsehay Guluma Jun 25, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2018 (FMC) Pireezidantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddaamoo sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaa magaalaa Hawaasaatti eegalchiisaniiru. Obbo Dastaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaafi Niwuuzilaand waliigaltee carraa gabaa gam-lamee mallatteessan Ayana Dheressa Jun 25, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2018(FMC)- Itiyoophiyaafi Niwuuzilaand waliigaltee carraa gabaa gam-lamee waliif mallatteessaniiru. Waliigaltichi adeemsa Itiyoophiyaan miseensa Dhaabbata…
Oduu biyya keessaa Komishinichi adeemsa hunda hammataa fi hirmaachisaa ta’een ajandaalee Biyyaalessaa adda baase –… Sifen Megersa Jun 24, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 17, 2018 (FMC) – Komishinichi adeemsa hunda hammataa fi hirmaachisaa ta’een ajandaalee Biyyaalessaa adda baaseera jedhan Komishinarri Olaanaan Komishinii Maree…