Miidiyaaleen dhaabbilee amantii seera Itiyoophiyaa kabajuuf dirqama qabu – Diyaaqon…
Finfinnee, Eebila 10, 2018 (FMC) – Miidiyaaleen dhaabbilee amantii seera Itiyoophiyaa ittiin hundeeffaman kabajuuf dirqama akka qaban Gorsaan Dhimmoota Hawwaasummaa Ministira Muummee,…