Oduu biyya keessaa Karoora Of danda’uu, Bu’uura Badhaadhina Oromiyaaf… Tsehay Guluma Nov 1, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 22, 2019 (FMC) - Oromiyaan qabeenya uumamaa, humna namaa, lafa bal’aa, bishaan, albuudaa fi carraalee invastimantii hedduu qabdi. Kana hunda qabaattuus, qabeenya…
Ispoortii Arseenaal dursummaa Liigichaa fudhachuuf… Tsehay Guluma Nov 1, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 22, 2019 (FMC)- Sagantaa Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 9ffaan har’a taphi Liiverpuul Arseenaal waliin taasisan xiyyeeffannoo argateera. Haaluma kanaan har’a…
Oduu biyya keessaa Aanaa Diggaatti Balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 5 darbe Sifen Megersa Oct 31, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2019 (FMC) –Godina Lixa Oromiyaa Aanaa Diggaatti Balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 5 darbeera. Balaan kun Ganda Arjoo Qonnaan Bulaa bakka addaa Naannoo…
Oduu biyya keessaa Hoggansa Qaamaan gabbate, hamileen cime, beekumsaan qarame, ogummaan bilchaate… Sifen Megersa Oct 31, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2019 (FMC) – Qaroominnii fi Badhaadhinni biyyaa kan mirkanaa’u guddina diinagdee fi qabeenya meeshaalee gabbisuu qofaan osoo hin taane, duudhaalee, aadaa fi…
Ispoortii Maanchiister Siitii 0 –1 Biraayitan Sifen Megersa Oct 31, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2019 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi sagantaa torbee 9ffaan Biraayitan Maanchiister Siitii injifate. Tapha galgala kana sa’aatii 12:00 eegalee…
Oduu biyya keessaa Barnoonni bu’uura galmoota tarsiimoo qabsoo Oromooti! – Pir. Shimallis Abdiisaa Sifen Megersa Oct 31, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2019 (FMC) – Barnoonni bu’uura galmoota tarsiimoo qabsoo Oromooti jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan. Barnoonni…
Ispoortii Cheelsiin Maanchiister Yuunaayitiid injifate Sifen Megersa Oct 31, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2019 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 9ffaan Cheelsiin Maanchiister Yuunaayitiid injifateera. Cheelsiin galchii 2 fi 0’n Maanchiister…
Oduu biyya keessaa Dorgaa Dorgeen Faanaa Laamroot boqonnaa 23ffaan xumurame Sifen Megersa Oct 31, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2019 (FMC) –Dorgaa Dorgeen Faanaa Laamroot boqonnaa 23ffaan olaantummaa Hayilamaariyaam Taganuun xumurameera. Dorgommii xumuraa boqonnaa 23ffaa kanaan…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan yakkoota daangaa ce’aa ittisuuf teeknooloojii walitti hidhamiinsa imaltootaa… Sifen Megersa Oct 31, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2019 (FMC) – Itiyoophiyaan yakkoota daangaa ce’aa ittisuuf teeknooloojii walitti hidhamiinsa imaltootaa idil-addunyaa hojiirra oolchuuufi jedhan Komishinarri…
Oduu biyya keessaa Finfinneen guyyaa Magaalota Addunyaa 2026 irratti Badhaasa “Shanghai Award” injifachuun… Sifen Megersa Oct 31, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2019 (FMC) – Finfinneen guyyaa Magaalota Addunyaa 2026 irratti Badhaasa “Shanghai Award” injifachuun Itiyoophiyaaf seenaa guddaadha jedhe Waajjirri Ministira…