Oduu biyya keessaa Murannoo Mootummaa Ida’amuu Guddina Magaalootaaf… Sifen Megersa Nov 2, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2019 (FMC) – Magaalonni Itiyoophiyaa hedduun magariisummaa, qulqullinaa fi miidhagina fooyyessuudhaan naannoo jireenyaaf mijataa ta'an uumuu keessatti argamu.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Maqaleetti Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob Eegaluuf Yonatan Birhanu Nov 2, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 23, 2019 (FMC) - Naannolee biyyattii Tigraayiin ala jiran fi, bulchiinsota magaalota lama keessatti hojiirra kan oole tajaajilli mootummaa Giddugala Tokkoo Masoob,…
Oduu biyya keessaa Uummanni Oromoo tokkummaa keessoo fi hariiroo obbolummaa saboota biroo waliin qabu cimsuun shira… Tsehay Guluma Nov 2, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2019 (FMC)- Uummanni Oromoo tokkummaa keessoo isaafi hariiroo obbolummaa saboota biroo waliin qabu cimsuun shira diinota Seenaa Itiyoophiyaa maseensuu qaba jedhan…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Saa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 364 gara biyyaa… Sifen Megersa Nov 2, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 23, 2019 (FMC) – Lammiileen Itiyoophiyaa Saa'uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 364 gara biyyaa deebi'aniiru. Lammiilee balalliiwwan 6…
Oduu biyya keessaa Raayyaa Tekinooloojii Ammayyaa fi Naamusa Gaariin Ijaarame Yonatan Birhanu Nov 2, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 22, 2019 (FMC) — Seenaan Raayyaa Ittisa Biyyaa seenaa bilisummaa Itiyoophiyaa waliin gadi fageenyaan kan walqabateedha. Baroota garaagaraatti biyya weerara alaa…
Oduu biyya keessaa Mala Jireenyaa Kabaja Jireenya Dhala Namaa Eegu Uumuun Cimee Itti Fufa — Adaanech Abeebee Yonatan Birhanu Nov 1, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 22, 2019 (FMC) — Finfinneen wiirtuu dippiloomaasii ta’uu irraa kan ka’e, naannolee dullooman misoomsuun mala jireenyaa kabaja jireenya dhala namaa eeguufi sadarkaa…
Oduu biyya keessaa Tajaajila Mul’ata Ida’amuu Irraa Madde Yonatan Birhanu Nov 1, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 22, 2019 (FMC) – Kaayyoo ijoon falaasama Ida’amuu keessaa tokko tajaajila mootummaa ammayyaa’aa, saffisaa fi iftoomina qabu kennuu dha. Mootummaan Ida’amuu…
Oduu biyya keessaa Finfinneen ijaaraa jirru kabaja, mirgaa fi faayidaa jiraattota ishee kan eegduu fi carraa misoomaa… Tsehay Guluma Nov 1, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 22, 2019 (FMC)- Finfinneen ijaaraa jirru kabaja, mirgaa fi faayidaa jiraattota ishee hunda kan eegdu, akkasumas lammiilee hunda carraa misoomaa walqixa irraa…
Oduu biyya keessaa Maqaleetti kallattiiwwan hojiilee fuulduraa raawwachuuf dandeessisan Kaa’aman Tsehay Guluma Nov 1, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 22, 2019 (FMC) –Magaalaa Maqaleetti kallattiiwwan hojilee fuulduraa karaa qindoomina qabuun raawwachuuf dandeessisan Kaa’amaniiru. Kantiibaan Magaalichaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Guddina Finfinnee fi Beekamtii Idil addunyaa … Tsehay Guluma Nov 1, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 22, 2019 (FMC) - Finfinneen magaalaa seenaa boonsaa qabdu, uumamaan miidhagduu fi misoomaan haaromfamtee gara egeree abdachiisaatti tarkaanfachaa jirtuudha.…