Oduu biyya keessaa Raayyaa cimaa dirqama isaa ga’umsaan ba’uu danda’u… Sifen Megersa Sep 25, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2018 (FMC) - Raayyaa jabaa walabummaa fi faayidaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa kabajchiisuuf dirqama kamiyyuu ga’umsa amansiisaan ba’uu danda’u ijaarameera jedhan…
Teeknooloojii Magaalaa Dirre Dhawaatti Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob eegale Sifen Megersa Sep 25, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2018 (FMC) - Bulchiinsa Magaalaa Dirre Dhawaatti Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob banamuun tajaajila kennuu eegaleera. Tajaajila Dirree giddugala tokkoo…
Idil Addunyaa Piitar Muktaar Filannoo Pireezidaantummaa Maalaawwii injifatan Sifen Megersa Sep 25, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2018 (FMC) – Filannoo Pireezidaantummaa Maalaawwiitti gaggeeffame maanguddoon umrii wggaa 85 Pireezidaantiin duraanii biyyattii Piitar Muktaar injifataniiru. Bara…
Fayyaa Haati tokko al tokkotti daa’imman shan deesse Sifen Megersa Sep 25, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2018(FMC) - Godina Wallagaa Bahaa magaalaa Naqamteetti haati tokko al tokkotti daa’immaan shan da’aniiru. Jiraattuu magaalaa Naqamtee kan ta’an aadde Asteer…
Oduu biyya keessaa Iddoon Ayyaanni Daamaraa itti kabajamu qulqulleeffame Tsehay Guluma Sep 25, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2018 (FMC)- Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti iddoon Sagantaan kabaja Ayyaana Damaraa Masqalaa itti gaggeeffamu qulqulleeffame. Saganticharratti Sadarkaa itti aanaa…
Oduu biyya keessaa Hidhi Haaromsaa xumuramuu hordofee Antooniyoo Guutareez ergaa baga gammaddanii dabarsan Sifen Megersa Sep 25, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Barreessaa olaanaa mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez waliin dhimmoota waloorratti mari'ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee muudama garaagaraa kenne Ayana Dheressa Sep 24, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2018(FMC)- Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee muudama garaagaraa kenneera. Haaluma kanaan:- 1. Obbo Haftaay Gabra’igzaabiheer Hogganaa Biiroo Kominikeeshinii 2.…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaafi Keeniyaan tumsa damee loltummaan qaban cimsuuf waliigalan Ayana Dheressa Sep 24, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2018(FMC)- Itiyoophiyaafi Keeniyaan tumsa damee loltummaan qaban cimsuuf waliigaltee mallatteessan. Waliigalticha Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humnoota Waraanaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Daamaraa Masqalaa haala ho’aan akka kabajamuuf qophiin taasifameera Ayana Dheressa Sep 24, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2018(FMC)- Poolisiin Federaalaa Itiyoophiyaa Ayyaanni Daamaraa Masqalaa haala ho’aan akka kabajamuuf qophiin taasifameera jedhe. Poolisiin Federaalaa Ayyaanichi…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Daamaraa Masqalaa qabeenya biyyaa fi miidhagina magaalaa Finfinneeti – Aadde Adaanech… Sifen Megersa Sep 24, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2018 (FMC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen kabaja ayyaanaa Daamaraa Masqalaa bara 2018 ilaalchisee dureewwan mana amantaa Kiristiyaanaa…