Warqeen kiiloogiraamni kuma 8 fi 900 ol Baankii Biyyaalessaaf dhiyaateera- Obbo Ashaadlii Hasan
Finfinnee, Adoolessa 18, 2018(FMC)- Pireezidaantiin naannoo Beenishaangul Gumuz obbo Ashaadlii Hasan bara baajataa 2018’tti warqeen kiiloogiraamni kuma 8 fi 900 ol Baankii Biyyaalessaaf…