Naannichi Warqee Kiiloo Giraama kuma 8 fi 985 Baankii Biyyaalessaaf dhiyeesse
Finfinnee, Adoolessa 2, 2018 (FMC) – Naannoon Beenishaanguul Gumuz bara baajataa xumurame kana Warqee Kiiloo Giraama kuma 8 fi 985 Baankii Biyyaalessaaf dhiyeesse jedhe.
Bara…