Sirna Daldalaa biyya keessaa ammayyeessuuf cichoominaan ni hojjenna- Aadde Yaasmiin Wahaabirabii
Finfinnee, Fulbaana 28, 2019 (FMC)- Sirna daldalaa biyya keessaa ammayyeessuu fi saffisiisuu akkasumas, hojiilee sadarkaa addunyaatti eegalaman itti fufsiisuuf cichoominaan ni hojjenna…