Magaalichatti galmeen haaromsa waliigaltee kiraa manaa har’a eegala- Biiricha
Finfinnee, Adoolessa 1, 2018(FMC)- Magaalaa Finfinneetti galmeen haaromsa waliigaltee kiraa manaa bara 2019 har’a irraa eegalee gaggeeffama jedhe Biiroon Bulchiinsaafi Misooma Manneenii…