Sirni Fayyaa Diijitaalawaa Itiyoophiyaa Afriikaaf Fakkeenya Kan Ta’uudha – Obbo Tamasgeen Xuruunaa
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee Itti Aanaan obbo Tamasgeen Xuruunaa sirni fayyaa Itiyoophiyaa sirna diijitaalaa fi hubannoo namtolchee waliin walqabachaa jiru…