Koriidarii Baadiyyaa Kabaja Hawaasa Baadiyyaa Gara Sadarkaa Ol’anaatti Ceesisu
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2018 (FMC) – Hojiin misooma koriidarii baadiyyaa naannolee garagaraa Itiyoophiyaatti hojiirra oolaa jiru, adeemsa badhaadhina qonnaan bulaa keessatti gumaacha…