Oduu biyya keessaa Guddina Tuurizimii Itiyoophiyaa… Sifen Megersa Jul 4, 2026 0 Dameen Tuurizimii Itiyoophiyaa guddina olaanaa agarsiisuun, sosochii diinagdee biyyattii keessatti damee murteessaa ta’eera. Yaadama Mootummaa Ida'amuutiin xiyyeeffannoon damee…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Jimmaatti manneen kaafamtoota misoomaaf ijaaraman eebbifaman Sifen Megersa Jul 4, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 27, 2018 (FMC) – Magaalaa Jimmaatti manneen jireenyaa kaafamtoota misoomaaf Birrii miiliyoona 700 oliin ijaaraman 300 eebbifaman. Manneen kunneen baasii bulchiinsa…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Raayyaa Ittisaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture eebbisiise Sifen Megersa Jul 4, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 27, 2018 (FMC) – Yuunivarsiitiin Raayyaa Ittisaa Itiyooophiyaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 371 eebbisiiseera. Eebbifamtoonni kunneen digirii…
Biiznasii Boordiin dureeyyii kaappitaala Birrii biiliyoona 65.41 galmeessaniif lafa Investimantii murteesse Sifen Megersa Jul 4, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 27, 2018 (FMC) – Boordiin Invastimantii Oromiyaa dureeyyii kaappitaala Birrii biiliyoona 65.41 galmeessaniif lafa Investimantii murteesseera. Boordiin Investimantii…
Oduu biyya keessaa Qonna ammayyaan imala badhaadhina mirkaneessuu… Sifen Megersa Jul 4, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 27, 2018 (FMC) – Qonna ammayyeessuun oomishaa fi oomishtummaa guddisuun imala badhaadhina mirkaneessuuf hojjetamaa jira. Barii jijjiiramaa eegalee rakkoo damee…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan raawwachuu itti fufte – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Jul 4, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 27, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Riizoortii Konfiraansii Aarbaa Minci eebbisiisan. Riizoortiin har’a eebbifame kun milkaa’ina guddaa…
Teeknooloojii Tajaajilli Giddugala tokkoo tajaajiloota kuma 3 ol lammiileef kennaa jira Tsehay Guluma Jul 3, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2018 (FMC)- Tajaajilli giddugala tokkoo Sadarkaa Federaalaa fi Naannoleetti hojii eegalan tajaajiloota kuma 3 ol lammiileef kennaa jiru jedhan Komishinarri…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Riizoortii fi Ispaa Kurriftuu Aarbaa Minci daawwatan Tsehay Guluma Jul 3, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Riizoortii fi Ispaa Kurriftuu Aarbaa Minci daawwataniiru. Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin…
Idil Addunyaa Faransaayitti ho’a cimaa mudateen lubbuun namoota kuma 2 olii darbe Sifen Megersa Jul 3, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 26, 2018 (FMC) –Faransaayitti ho’a cimaa yeroo ammaa mudateen lubbuun namoota kuma 2 olii darbuu gabaafame. Hammi namoota sababa ho’a mudateen du’anii isa torbee…
Oduu biyya keessaa Rakkoo mana jireenyaa hiikuuf hojiilee hojjetamaa jiran… Sifen Megersa Jul 3, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 26, 2018 (FMC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa rakkoo mana jireenyaa uummataa furuuf akkaataa dandeettiifi humna hawaasichaa giddugaleessa godhateen xiyyeeffannaa olaanaan…