Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Embaasii Asmaraa jiru Cufuuf murteessite Tsehay Guluma Oct 1, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2019 (FMC)- Mootummaan Itiyoophiyaa Dippiloomaatonni Eritiraa 10 sa’aatii 48 keessatti Itiyoophiyaa akka gadi lakkisan murteesseera. Ministeerri Dhimma Alaa…
Oduu biyya keessaa Tarkaanfii Mootummaan siyaasa hammataa fi hirmaachisaa uumuuf fudhate jajamuu qaba – Hoggantoota… Yonatan Birhanu Oct 1, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2019 (FBC) – Mootummaan boqonnaa siyaasaa hirmaachisaa fi hammataa uumuuf tarkaanfiin fudhate jajamuu qaba jedhan hoggantoonni paartilee siyaasaa morkattootaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaafi Baankiin Addunyaa guddina damee dhuunfaan durfamu saffisiisuuf waliigalan Ayana Dheressa Oct 1, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2019 (FMC)- Itiyoophiyaafi Baankiin Addunyaa guddina damee dhuunfaan durfamu saffisiisuuf tumsa tarsiimawaa qaban cimsuuf waliigalaniiru. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Qabeenyawwan naannichaa misoomsuun fayyadamummaa uummataa mirkaneessuun danda’ameera – Obbo… Yonatan Birhanu Oct 1, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2019 (FMC) - Qabeenyawwan naannichaa misoomsuun fayyadamummaa uummataa mirkaneessuuf tattaaffii taasifameen bu’aa guddaan galmaa’uu Pireezidaantiin Naannoo Somaalee…
Oduu biyya keessaa Buna – Kennaa dinqisiisaa Itiyoophiyaa Guddittiin addunyaaf arjoomte Yonatan Birhanu Oct 1, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2019 (FMC) – Har’i Guyyaa Buna Addunyaa ti. Bunni bosonawwan lalisoo Itiyoophiyaa keessaa ka’ee, maaddii addunyaa miidhagsaa jiru, har’as utubaa dinagdee fi mallattoo…
Oduu biyya keessaa Hojiilee gurguddoo Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad baatiiwwan Hagayyaafi Fulbaanaa keessa… Ayana Dheressa Oct 1, 2026 0 Ashaaraa Magariisaa:- Sagantaan Ashaaraa Magariisaa bara 2018 mata duree “Abdii Haa Dhaabnu” jedhuun gaggeeffamaa ture xumuramuu sababeeffachuun sagantaan dhaabbii biqiltuu kan…
Oduu biyya keessaa Dhaabbilee Nageenyaa fi Haqaa Cimsuun Naannichatti Haqaa fi Nagaa Mirkaneessuuf ni hojjenna –… Yonatan Birhanu Oct 1, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2019 (FMC) – Naannoo Amaaraatti dhaabbilee nageenyaa fi haqaa cimsuun haqaa fi nagaa naannichaa mirkaneessuuf ni hojjenna jedhan Pireezidaantiin Naannoo Amaaraa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan koree beenyaa Abbaay Pirojektoota Ijiptiin danqaman gamaaggamu hundeessite- Dooktar… Ayana Dheressa Oct 1, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2019(FMC)- Itiyoophiyaan koree beenyaa Abbaay, Pirojektoota Ijiptiin danqaman gamaaggamu hundeessiteetti jedhan Ministirri Ministeera Bishaaniifi Inarjii Dooktar…
Oduu biyya keessaa Obbo Araggaa Kabbadaa Pireezidaantii Naannoo Amaaraa ta’uun Moggaafaman Tsehay Guluma Oct 1, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2019 (FMC) - Manni Maree Naannoo Amaaraa Yaa'ii jalqabaa gaggeessaa jiruun Obbo Araggaa Kabbadaa Pireezidaantii Naannichaa gochuun irraa deebiin muudeera.
Oduu biyya keessaa Obbo Muubashir Duubaadiin Af-Yaa’ii Mana Maree Naannoo Somaalee ta’uun moggaafaman Ayana Dheressa Oct 1, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2019(FMC)- Manni Maree Naannoo Somaalee Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 7ffaa gaggeessaa jiruun Obbo Muubashir Duubaadiin Af-Yaa’ii Mana Maree naannichaa…