Ispoortii Ingilaandii tapha marsaa itti aanuuf dabarte Sifen Megersa Jul 1, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 24, 2018 (FMC) – Tapha mo’anii darbuu Waancaa Addunyaa galgala kana taphatameen Ingilaandii DR Koongoo injifachuun marsaa itti aanuuf dabarte. Ingilaandi galchii 2 fi…
Oduu biyya keessaa Daandiin qilleensichaa gara Magaalaa Liyoonitti balallii eegale Sifen Megersa Jul 1, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 24, 2018 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Faransaay gara Magaalaa Liyoonitti tajaajila balallii eegaleera. Faransaayitti bakka ga’umsaa 3ffaa yoo ta’u, bakka…
Biiznasii Kuufamni maallaqa waliigalaa Baankii Awaash Birrii biiliyoona 400 fi biiliyoona 67ol gahe Sifen Megersa Jul 1, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 24, 2018 (FMC) – Baankiin Awaash bara baajataa kana taaksii dura Birrii biiliyoona 40 bu’aa argadhe jedhe. Baankichi bara kana dameewwan dabalataa 25 banuu fi damee…
Oduu biyya keessaa Olka’iinsa dippiloomaasii Itiyoophiyaa, Waltajjiiwwan Naannawaa fi Ardichaa keessatti… Sifen Megersa Jul 1, 2026 0 Seenaan hariiroo alaa fi dippilomaasii Itiyoophiyaa bara dheeraa kan lakkoofsisee fi bu’uura cimaa kan qabuudha. Qajeeltoon dippiloomaasii Itiyoophiyaa hariiroo tumsa hunda galeessa…
Uncategorized Hojiilee Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad baatiwwan Caamsaa fi Waxabajjii keessa… Sifen Megersa Jul 1, 2026 0 Dooktar Abiy Ahimad Baatiwwan Caamsaa fi Waxabajjii keessa hojiilee Filannoo Waliigalaa 7ffaa, Tuurizimii, sagantaa Ashaaraa Magariisaa, Diijitaal Itiyoophiyaa, Riifoormii mandhalee fi…
Oduu biyya keessaa Riifoormii dandeettii birmadummaa biyyaa tiksuu guddise… Sifen Megersa Jul 1, 2026 0 Faayidaa biyyaalessaa, nageenya lammiilee, sirna heera mootummaa,daangaa biyyaa kabachiisuu fi tiksuu keessatti dhaabbileen nageenyaan qooda olaanaa qabu. Raayyaan Ittisaa,dhaabbileen…
Biiznasii Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Birrii biiliyoona 80 bu’aa argate Sifen Megersa Jul 1, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 24, 2018 (FMC) – Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa bara baajataa kana Birrii biiliyoona 80 bu’aa argadhe jedhe. Pireezidaantiin baankichaa obbo Abbee Saannoon raawwii…
Oduu biyya keessaa Kitaabni Ida’amuu Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimadiin barreeffame Afaan Chaayinaatti… Yonatan Birhanu Jul 1, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2018 (FMC) - Kitaabni Ida'amuu Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimadiin barreeffame Afaan Chaayinaatti hiikamee dubbisaaf dhihaachuuf akka jiru ibsame.…
Idil Addunyaa Balaa Kirkira lafaa Veenzuweelaatti mudateen daa’imni waggaa 3 guyyoota 6 booda lubbuun argame Sifen Megersa Jul 1, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 24, 2018 (FMC) – Balaa Kirkira lafaa Veenzuweelaatti mudateen daa’imni waggaa 3 guyyoota 6 booda jigjiga keessaa lubbuun argameera. Lubbuu baraartootni ammas hojii…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Abbootii Qabeenyaa Dubaay dameewwan invastimantii irratti bobba’aniif deeggarsa… Yonatan Birhanu Jul 1, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2018 (FMC) - Imereetota Araba Gamtoomanitti Ambaasaaddarri Guutuu RDFI Ambaasaddar Dooktar Jamaal Bakar Itiyoophiyaan dameewwan inveestimantii adda addaa irratti…